Articles
757: Gorora namaa dawoomaaf fayyadamuun ni dandayamaa?
Gaafii: Ganda Arabaa tokkoon dalaga, ummanni Arabaa kun yeroo cufaahuu duaaii ykn wadaaja ykn waliimaa godhan. Nama hedd...
141: Kittaannaan dhiiraa fi dhalatti garaagarummaa qabaa?
Gaaffii: Absumaa muruun/kittaanniin dhiiraafi dhalatti garaagarummaa qabdii? Deebisaa: Absumaan yookaan ki...
760: Waahela kiristaanaa qabaachuun akkami?
Gaafii: Geelonni kiyya dhalaa kiristaanaatii, isaaniin waliin nyaadhee dhuguun akkamitti laallama? Deebisaa: Isla...
767: Osoon itti hin yaadin nama dhungachuun Soomana Balleess...
Gaafii: Eega biyya dhaqee intalti ollaa ta ajnabiidhaa takka oluma seentee narra buutee akkuma aadaa biyya teenyaatti na...
793: Ilkaan rigachuun soomana ni balleessaa?
Gaafii: Ramadaan keessa yoon afaan qulqulleeffadhe yookaan rigadhe akkami soomana ni miidhaa? Deebisaa: Walumaa g...
853: Nama ijoollummaan waan haraam nyaate maaltu irra jira?
Gaafii: Namni tokko isaa ijoollee yoo horii ofiin du’e nyaate maaltu isarra jira? Deebisaa: Raqni/baktiin ati nya...
786: Salaata Maghribaa dura sunnaan ni jiraa?
Gaafii: Salaata Magribaatiin duratti sunnaan jiraa? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, salaanni shanan Rabbiin dirqa...
826: Ani fira hin qabuu akkamittiin hajjii godha?
Gaafii: Ani biyya Makkaatiin jiraa aanaa hin qabuu,fira hin qabuu akkamitti hajjii godha? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii...
869: Salaata walitti qabanii salaatuun ni tahaa?
Gaafii: Biyya Ommaan kanatti salaata Zuhriifi Asrii walumatti qabanii salaatan yeroo hedduu. Deebisaa: Salaata yeroo t...
960: Salaata keessa yoo imaamni dogongore namni itti hidhate...
Gaafii: Nama imaamaattu salaata maghriibaa irraanfatee nutilleen booda dhufnee itti guuttannee raka’aa duraa ta nu dabar...
993: harka kiyya waa namuran sooma keessa akkamin ta’a?
Gaaffii: Yoo miila kiyya yookaa harka kiyya waa namuran sooma keessa salaataa fi aoomni kiyya akkamin ta’a?  ...
103: Du’aa’ii booda harkaan qaama haxaawatuun akkam
Gaafii: Namni tokko yoo du’aa’ii kadhatu harka ol fuudhee du’aa’ii kadhatee yoo fixatullee ufitti tuttufee mataa haga mi...
105: Intala zinaan dhalattee, eenyutu nikaya godha?
Gaafii: Intala takkatu butamee haraamaan intala takka dhalte. Intalti sun amma intala ufii fudhattee jalaa baqattee, int...
117: Biyyeen haa na nyaattu woliin jechuun akkami?
Gaaffii: Warri baadiyaa biyyeen haa na nyaattu biyyeen maal haa na taatu jedhanii yoo karatti walitti dhufan jechi sun a...
908: Waqtiin salaata ishaa'ii eessarra jalqabee eessatti dhu...
Deebisaa: Salaanni Ishaa'ii eegaa Magriibni dabre irraa haga halakan saa’aa 6:00 qofa. Salaanni ishaa'i sa...
112: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?
Gaafii: namni tokko karaa beekumsa ollaatiin na fuudhe an nama san duratti fuula hin beeku gaafa duraa hayyehuma jedhe e...
116: maallaqa osoo hin kafalin makiinaarraa bu'e maal godhuu...
Gaaffii: Guyyaa tokko gaarii namaan wajji yaabbadhee osoo noolii isii hin kafalin irraa bu’ee jarrillee na hin gaafannee...
117: Rifeensa jijjiiruun akkamii?
Gaaffii : Rifeensa jijjiiruun akkamii? Deebisaa: Uumaa Rabbii jijjiiruun dhoowwaadha. Rifee...
100: Salaamtaa Islaamummaan gaafatame Afaan biraatiin deebis...
Gaafii: Namni tokko yoo Assalaamu Aleeykum Warahamtullaahi Wabarakaatuhu jedhe eegasi booda afaan oromootiin nageenyi Ra...
101: Hojii dallaalaa irratti hirmaatuun danda’amaa?
Gaafii: Ani dallaalaa nama fuudhaa bakka inni barbaadu geessaa horii fudhachuun ni danda’amaa? Karaa somaaleetiin haa ta...