993: harka kiyya waa namuran sooma keessa akkamin ta’a?
Audio
Content
Gaaffii: Yoo miila kiyya yookaa harka kiyya waa namuran sooma keessa salaataa fi aoomni kiyya akkamin ta’a? Deebisaa: soomnileen homaa hin ta'u Salaataaf ammoo akka bishaan bakka sani hin buunee yoo ka si rakkisu ta’e bakka madaa sani biyyee irra haxaawi. Yoo ammoo akka gaarii bakka sani waa itti maxxanfamee jiraaate gubbaa irra bishaan jiidhaa irra dabarsi. Xiqqoma tokko irra haxaawii qaama birraa wudu’adhutii bakka sani bishaan jiidhaa irra xuqii dabarsii. Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned