Articles

144: Dhungoon wuduu’a balleessaa?

Gaafii: Jaarsaafi jaartiin osoo wudu’a qaban yoo wal dhungatan, wuduu’ni isaanii ni badaa?Deebisaa: Hadiisa Aa’ishaan (R...

Qulqullina
Wudu'a
Aug 21, 2025
773: Eegaan zinaa dalagee nikaaha hidhadhe.

Gaafii: Gurbaa tokko jaaladheetiin badii walitti hojjannee achi booda nikaaha hidhanne.   Deebisaa: Yaa jara keenya...

Aug 21, 2025
777: Ajaja jaarsa  kiyyaa diduu niin dandayaa?

Gaafii: Gurbaa tokko ka biyya jiruuf nikaaha na hidhan. Gurbaan horii natti ergi naan je’a. Lammeessallee amata kana boo...

Aug 21, 2025
778: Haadha warraa tiyyarraa hangam turuutu naaf hayyamama?

Gaafii: Warra biyyaa qaba. Warra kiyya kana dhiisee deemuun kiyya, nyaataa dhugaatii qofaa mitii haqa firaashaa narraa q...

Aug 21, 2025
770: Zakaan maali?

Gaafii: Zakaa numa je’anii zakaan kun waajiba jechaa numa dhagayaa ani waa takkallee waan irraa beeku hin qabu.   D...

Zakaah
Aug 21, 2025
763: Waaniin ahdii namaaf seene yoon nama san dhabe akkamiin...

Gaafii: Ganda keenya keessa ijoollee darasaa takkatu jira. Ijoollee saniin gaafan biyya Arabaa dhaqe birrii kuma lamaan...

Aug 21, 2025
764: Salaanni akaakuu meeqatu jira?

Gaafii: Salaata shanan, salaata duhaatiifii salaata halkanii malee, salaanni biraa ni jiraa?   Deebisaa: Salaanni f...

Aug 21, 2025
761: Salaanni attahiyyaata malee ni tahaa?

Gaafii: Ani numaan salaataa garuu attahiyyaata hin beeku. Qara’uullee hin danda’u, Yoo attahiyyaata ufirraa dhiisee sala...

Aug 21, 2025
737: Ajriin Soommanaa guyyaa qiyaamaa nama birootiif kennamt...

Gaafii: Namni tokko baaba soomanaa ibaadaa keessaa yoo fudhate, sooma hedduu yoo soomane baaburayyaan Rabbi isaa kenna j...

Aug 21, 2025
765: Jaarsi hiikee je’ee deeffadhe jechuu ni dandayaa?

Gaafii: Jaarsi kiyya na hiikee, eega guyyaa sadiitii si deeffadhe naan je’e. Duuba raja’tuun inni naan je’e sun bakka ji...

Aug 21, 2025
768: Mana yataamaa seenanii nyaachuun akkami?

Gaafii: Intala takka ta abbaan manaa irraa du’e ganda isaanii dhaqee akkuma aadaa godhametti waan dhuganiifi waan nyaata...

Aug 21, 2025
762: Nikaan eega zinaa dalage hidhadhe akkami?

Gaafii: Gurbaa tokko wajjiin waljaalannee sheeyxanni nutti bareechee zinaa walitti hojjanne. Eega  zinaa kana walitti go...

Aug 21, 2025
113: Sunnaawwan salaata zuhuriitiifi asrii akkam?

Gaaffii: Sunnaan salaata zuhrii duraa afur jechuu dhagayee akkamitti salaatanii? Afran walitti dhaaba moo addaan mummura...

Aug 21, 2025
772: Miizeen akka Shari'aatti akkami?

Gaafii: Yoo Rabbiin fedhe heerumaafin biyyatti deema. Shamarran  kiriistaanaafii kaanis silkii natti dhahanii miizee sii...

Aug 21, 2025
775: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?   Deebisaa: Walumaa gala...

Aug 21, 2025
766: Mallaqa kiyya jaarsa kiyyatti kennuu dirqama qabaa?

Gaafii: Gurbaa tokkotti heerume, inni biyya jiraa an immoo ala jira. Ani waanin carraaqu warra keennatti ergadha. Duuba...

Aug 21, 2025
774: Soomana akkamittiin qadaa baasa?

Gaafii: Soomana guyya sagaliittu narra jira, akkamitti kaffaaraaa wajjin qadaa baasa?   Deebisaa: Wanni sirra jiru...

Aug 21, 2025
746: Qaama ofii jijjiiruun hayyamamaa?

Gaafii: Akkamitti jismii ufii jijjiiruun mijjaawa zamana ammaa namni gurra jijjiirataa jiraa, ija jijjiirataa jiraa, yoo...

Aug 21, 2025
776: Dhalaan sagalee ol fuutee ni salaattii? Jama’aa hoo akk...

Gaafii: Yeroo salaatu suuratul Faatihaa akka dhiiratti ol fuudhee yoon qara’e akkami? Yeroo dhalaa waliin salaannu salaa...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 1 to 20 of 720 articles