Articles
815: Sidaajaa/Minxaafa irratti salaatan banaa dhiisuun maal...
Gaafii: Namni tokko salaata salaatee sijaajaa yoo banaa dhiisee biraa deeme maal qaba? Deebisaa: Namni tok...
131: Osoo Abbaan Jiru Obboleessi Xiqqaan Nikaah Godhuu Danda...
Gurbaan tokko intala takka jaalatee fuudhuu barbaade. Achi booda obboleessa xiqqatti dhaqee nikaah na godhi jedheen. Obb...
131: Ija hamtuu maaliin ofirraa tiysan?
Gaafii: Namni ija namaa ofirraa shakku, wanti ittiin ofirraa tiysuu dandahu jiraa? Deebisaa: Namni Muslima...
128: Osoo maghriba hin salaatin masjiidatti ishaahii dhaqqab...
Gaafii: Imaltuurra ture. Yeroo an ganda gahutti sa’aan salaata maghriibaa dabree ishaahii salaatutti jiran. Osoo maghrib...
132: Sifuudha jedhee maallaqa irraa nyaadhee dhiise, maallaq...
Gaafii: Dubartii biyya Awrooppaa jirtu takka wajji walfuudhuuf bilbilaan waliin haasayaa turre. Jidduma kanatti maallaqa...
131: Aayatul Kursii Salaata booda qara’uun waajiba moo Sunna...
Gaafii: Aayatul Kursii Salaata booda qara’uun waajiba moo Sunnaa? Deebisaa: Salaata booda aayatul Kursii q...
895: Rahiima waldhabaniin osoo hin araaramin Ji'a Ramadaanaa...
Gaafii: Ramadaan dura adaadaa tiyyaan waldhabee telefoona isiillee ufirraa balleessee Ramadaanni dhufuu dhageenyaan Rama...
909: Namni Kaafiraa/dilii qabu tokko Ramadaana keessa yoo du...
Gaafii: Ramadaana keessa namni kaafiraa tokko yoo ka du’u taate, takkii namni dilii qabu tokko yoo ka du’u taate eeysa d...
132: Osoo Jaarsa Qabu Zinaa Godhe, Maaltu Narra Jira?
Gaafii: Ani Abbaa warraa qaba. Garuu namni tokko na janajjanee karaa irraa na baasee, isa wajji walitti dabalamne. Eegas...
810: Nama du'eef sadaqaa horii qaluun ni tahaa?
Haadhaaf abbaa kiyyaaf sadaqaa horii yoon qaleef akkami? Deebisaa: Sadaqaan nama du’e irraa qalan horii qalaa jec...
103: Namni Soomanuuf Nazrii godhe, yoo haajaan hin guunneef...
Gaafii: Nazriin soomanaan nazzarre akkam ta’aa? Yoo haajaan tiyya hin bahin sooma san guutuun narratti dirqamaa? ...
132: Guyyaa Jum’aa Suuraltul Kahf Qara’uun akkami?
Gaafii: Guyyaa Jum’aa yoo yeroon narraa dabarte suuratul Kahf dura irraa aayata kudhan boodarraa aayata kudhan qara’a. W...
745: Qur’aanaafi Zikrii Hammaama Keessatti dhageeffatuun tah...
Gaafii: Mee diinii Rabbiin nuu laaffise kana nuti dubri/ yooka dubartoonni biyya adda addaa keessatti hojii mana namaa h...
132: Imaamni Qur’ana irraa laalaa salaachisuu danda’aa?
Qur’aana irraa qara’aa salaachisuun Taraawiiha fa’a irratti ni hayyamama. Haata’u malee salaata waajibaataa irratti dhaa...
133: Intala osoo itti hin dabalamin hiikaniif mahriin kennam...
Gaafii: Nama tokko wajji telefoonaan nikaaha hidhanne. Osoo walitti hin dabalamin wal dhabne. Inni si hiika jennaan, maa...
132: Ollaa amantii biroo hordofu wajji akkamitti jiraatan?
Gaafii: Ollaan keenna Muslimaa miti. guyyaa ayyaana isaanii nu affeeran. waan kabaja ayyaana saniitiif isaan gargaarus m...
128: Jimaan Haraami moo halaali?
Deebisaa: Waa’ee caatii irratti ulamaa’iin duriillee wal dhabaa turan. Ulamaa’iin ammaatis wal dhabutti jiran. Fuuldural...
133: Nama Muslima hin tahin waliin afooshaa seenuun hayyamam...
Afooshas tahee hojii daldalaa kan birootis, Nama Muslima hin tahin waliin gurmaayanii dalaguun ni taha. Waan aqii...
133: Qabeenya abbaa dhoysanii fudhachuun hayyamamaa?
Abbaan yoo akkaan dhoyna tahe, ilmi yoo qabeenya abbaa biraa rakkate, yoo dhukkubsatee waan ittiin wal’aanamu dhabe, qab...
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...
Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....