Articles

119: Horiin Zakaa namoota akkamiitiif kennamuu qaba?

Gaaffii: Namni tokko horii zakaa naa kennee; yoo feete haadhaa abbaa keetii kenni yoo feete itti fayyadami jedhee; horii...

Aug 21, 2025
119: Bishaaniin malee wanta gogaan Istinjaa godhuun ni danda...

Gaaffii: Istinjaafii istbirahan akkamii? Istinjaan namni tokko yoo baadiyaa jiru dhakaan goggoffadhaa yookaa biyyeen gog...

Aug 21, 2025
140: Hoggaa salaatan harka eessa bira kaayan?

Gaafii: Namni tokko tokko hoggaa salaatu harka isaa gad diriirsee salaata. Warri harka isaanii osoo qomarra hin kaayanne...

Aug 21, 2025
120: Qabrii keessa kopheen dhaabbachuun/deemuun ni tahaa?

Gaaffii: Qabrii keessa kopheen deemuun akkamii? Sheekhotii garii argee ka qabrii keessatti qophee baafatan.   &nbsp...

Aug 21, 2025
120: Namni Shii'aa bira dalagu akkamitti jiraachuu qaba?

Gaaffii: Ani warra shi’aa bira dalaga maal godhuu qaba?         Deebisaa: Sharrii shi’aa irraa nagay...

Aug 21, 2025
120: Salaata keessa qur'aana yoo dogongore jaartiin tiyya na...

Gaaffii: Yoo jaartiin tiyya natti hidhattee salaataa jiraatte ani qur’aana wallaale qur’aana san naa qajeelchuu dandeett...

Aug 21, 2025
120: Nama hin Islaaminiif du’aa’ii godhuun ni tahaa?

Gaaffii: Intala islaama hin ta’in takka jaaladhee isiinillee islaamuu feetii maatitu rakkise malee yoo du’aa’ii godheef...

Aug 21, 2025
120: Osoo umraa hin godhin hajjii godhuun akkami?

Gaaffii: Umraa yoo hin godhin hajjiin hin ta’u jedhanii akkamii?           Deebisaa: Hajjiin ni...

Aug 21, 2025
120: Salaata keessa yoo dhuufan salaatni ni badaa?

Gaaffii: Namni tokko yoo salaata keeessa hafuura wudu’a cabsu baafate, salaata san itti guuttata moo salaata san dhiisee...

Aug 21, 2025
859: Salaata keessatti miila walitti maxxanfachuu dhabuun ak...

Gaafii: Biyya nuti jirru kanatti namni miila walitti maxxansee hin salaatu. Biyya keenyatti ammoo miila walitti maxxansa...

Aug 21, 2025
831: Bishaan qaama saalaarraa bahu (Mazyiin) soomana ni miid...

Gaafii: Jaarsaafi jaartiin bakka bakka jiran isaanii haasawa jaalalaa haasawu, Mazyiin yoo isaanirraa bahe soommana ni m...

Aug 21, 2025
121: Namni qur’aana beeku kan sijaaraa xuuxu imaama tahee sa...

Gaaffii: Namni tokko qur’aana ni beekaa isatu namaan salaataa garuu sijaaraa xuuxaa yookaa caatii nyaataa akkam taanaa?...

Aug 21, 2025
121: Mana namni irraa du’e hanga yoom waa nyaachuun dhoowwam...

Gaaffii: mana namni irraa du'e kana hangi dhaqanii waa nyaachuu dandayan hanga yeroo beekkamu moo zalaalamumatti olseena...

Aug 21, 2025
121: Dhiiga narra jiru yoo ittiin salaate maal godhuutu narr...

Gaaffii: eega rabbiin jiruu naa katabee ballageen boodatti guyyaa tokko dardarummaa guutuu kiyyarratti heeydii ifirratti...

Aug 21, 2025
122: Akkamitti maatii kiyya hijaaba irraa waa hubachiisuu da...

Gaaffii: haga rabbiin biyya arabaa keessa taa'i naan jedhe taa'e ammoo gara biyyaatiin deebi'uu fedha ,akkasitti worra k...

Aug 21, 2025
122: Salaata keessa faatihaa qara’uun dirqamaa?

Gaaffii: - hoggaan salaatatti seene harka maradhee allahu akbar jedhee tuma taa'a moo faatihaa nin qara'a?    ...

Aug 21, 2025
122: Aruuztotatti aannan tufuun yookaa itti facaasuun akkam?

Gaaffii: akka aadaa teenyaatti aruuztichaa fi aruuztittii hoggaa mana isii irraa baasanii osoo mana gurbaa hin seenne hu...

Aug 21, 2025
119: Janaabaa dhiqachuuf Shurrubbaa hiikuun dirqamaa?

Gaafii: Intalti takka yoo rifeensa mataa jabeessitee dhoofte qunnamtii abbaa manaa isiitiin wajji goote janaabaa dhiqach...

Aug 21, 2025
123: Magriibaaf ishaa’ii jam’ii godhee akkamitti salaata?

Gaaffii : imaltuu deemee salaata magriibaatii fi ishaa'ii wolitti qabe , salaata magriibaa raka'aa lama salaatee salaamm...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 261 to 280 of 720 articles