Articles

121: 493 :Waan nama cinqe ajjeesuun hukmiin isaa akkam?

Gaaffii: waan nama cinqe tokko jawwee tahuu , bofa tahuu , mixii tahuu , qanyuur tahuu, haywaana nama cinqe tokko ajjees...

Aug 21, 2025
122: Intalti amma islaamoyte akkamitti heerumuu dandeessi.?

Gaaffii: intalti kiristaana turte islaamoytee yoo heerumte nama tokko wokkalattee , heerumni kun maal jedhama. ?  ...

Aug 21, 2025
123: Dibatni matatti diddibatan salaata ni balleessaa?

Gaaffii: nuti dhalaan mataa kana waa diddibanna , odoo mataa kana ofirraa hin dhiqne yoo salaate maal qaba ?     &n...

Aug 21, 2025
860: Sadaqaa bakkaan itti niyyadhe dhiisee bakka biraatti yo...

Gaafii: Sadaqaa bakka takkatti niyyadhee, bakka itti niyyadhe sanitti naaf hin guutamnee bakka sanii yoo bakka biraa dee...

Aug 21, 2025
126: Manguddoonni umrii isaaniitiin walqabatee soomuu hin da...

Manguddoon yookaan namni sababaa umriin isaa deemeef soomanuu hin dandeenne, akkasumas namni dhukkuba akka sukkaraa (dia...

Aug 21, 2025
124: Nikaha malee daa’imummaan dubra heerumte tawbaan isii m...

Gaaffii: Nama tokkotu nikahaan malee na fuudhee, anaa diqqoodhaa haati tiyya duutee warra keennatu anaa diqoodhaa na ken...

Aug 21, 2025
124: Haadha tiyya ta islaama hin taane laaluunii ni danda’aa...

Gaaffii: Haati tiyya anaa diqqaa biyyaa na ariitee eega biyyaa fagaadhee islaama ta’ee haadha tiyya ta biyyaa na ariite...

Aug 21, 2025
125: Salaata garii dhiisaa garii salaatuun akkam?

Gaaffii: Nama salaata tokko salaata tokko dhiisu ammoo ka sadaqatu maal godhan? sadaqaan isaa sun salaata isaa irraa bak...

Aug 21, 2025
742: Hukmiin Taraawihaa maali?

Gaafii: Hukmiin Taraawihaa kun maal inni? salaataa takka yoo dhiisanis maal qabaa? Yoo ammo dubartiin dhuftee dhiirri dh...

Aug 21, 2025
125:  Sooma namaaf soomuun ni danda’amaa?

Gaaffii: Abbaan kiyya qaari’ee jira Rabbiin haa maaruu, soomaa amata tokko irraa qaban ummaa tiyyarraa.     &n...

Aug 21, 2025
743: Taraawiiha Raka’aa Meeqa Salaatan? 8, 11, 23?

Gaafiin akkanaa tun yeroo hedduu bakka heddutti deddeebitee jirti, bakka takkatti salaatuufii walitti qabanii salaatuu j...

Aug 21, 2025
126: Sadarkaan Umraa fi Hajjii walqixa tahuu ni dandahaa?

Hajjii qulqulluu duniyaa halaalaatiin hojjatamte Jannata malee ajriin biraa hin jirtu. Akkana jechuun Rabbiin nama kanaa...

Aug 21, 2025
126: Sadarkaan Hajjiin Islaamummaa keessatti qabdu maali?

Islaamummaan arkaana yookaan utubaa shan irratti dhaabbatti. Hajjiin arkaana islaamaa keessaa takka. Kan jalqabaa fi inn...

Aug 21, 2025
849: Ilmi namaa jaldeessarraa dhufeen dhugaadhaa?

Gaafii: Saayinsiin ilmi namaa kun asliin isaa jaldeessa je’aa shariaan ammoo akkasii miti je’a.   Deebisaa: Saayins...

Aug 21, 2025
126: Dubartiin dhiigni ji’aa akkuma irraa dhaabbateen osoo h...

Dubartiin heeydii irra turte takka fajrii dura dhiigni irraa dhaabbatuu yoo mirkaneeffatte, soomana niyyatuu ni dandeett...

Aug 21, 2025
127: Dubartiin heydii yookaan dhiigni ji’aa itti jiru guyyaa...

Dubartiin heeydii yookaan dhiigni ji’aa irra jiru, akkasumas tan dhiigni dahumsaa irra jiru sooma hin qabdu. Nyaachuun i...

Aug 21, 2025
107: Dhalaan dhiiraa wojji rizqii barbaacha biyyaa baate akk...

Gaaffii: intalti dhalaa takka  rakkinaaf jecha biyyarraa baatee yoo dhiiraa wojjiin rizqii barbaadataaf baate akkam? &nb...

Aug 21, 2025
732: Obboleessa ofii abaaruun akkami?

Gaafii: Obboleesssa kiyyaan wal dhabnee rakkoo haala adda addaa irratti miidhaan natti muldhatee jennaaan abaaree, obbol...

Aug 21, 2025
861: Osoo waajibni narra jiruu sunnaa soomanuu niin dandayaa...

Gaafii: Sooma waajibaattu narra jira;, osoo soomni waajibaa Ramadaanaa narra jiruu Shawwaal fa’a sunnaa soomuun akkami?...

Aug 21, 2025
128: Ayyaana Yuunivarsiitii keessatti kabajamurratti hirmaac...

Gaafii: Ani barataa Yuunivaristiity, Yuniveristii keessatti ayyaana adda addaatu jira. Ayyaana yeroo barnoonni cufamu ga...

Aug 21, 2025
Showing 541 to 560 of 720 articles