126: Sadarkaan Umraa fi Hajjii walqixa tahuu ni dandahaa?

Audio
Content

Hajjii qulqulluu duniyaa halaalaatiin hojjatamte Jannata malee ajriin biraa hin jirtu. Akkana jechuun Rabbiin nama kanaa dilii hunda ni araaramaaf jechuudha. Nama umraa qulqullittii raawwateef ammoo diliin xixiqqoon hundi irraa buuti. Kanaaf sadarkaafi mindaan yookaan ajriin hajjiidhaa tan umraa ni caalti jechuudha. Debbisaa guutuu sagalee irraa dhageeffadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir

Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned