Articles
135: Salaata nama dabre akkamitti deebisan?
Gaafii: Namni tokko yoo salaatni irra dabre bifa kamiin salaatuu qaba. Yoo zuhriin irra dabre zuhrii boruutiin eegaa? Yo...
138: Raka’aa lamaan boodaa keessatti faatihaa malee suuraa b...
Gaafii: Salaata keessatti raka’aa lamaan duraa irratti faatihaafi suuraa biroo qara’ee, raka’aa lameen boodaatis haaluma...
138: Tajaajila keessatti haadhaafi abbaarraa kamtu caalmaa q...
Sahaabtichi tokko gama Ergamaa Rabbii (SAW) dhufee, “Yaa Nabii Rabbii, namni an akkaan tola itti ooluu qabu eenyu...
139: Namni Janaabe biyyeen tayammuma godhee salaatuu danda’a...
Gaafii: Namni tokko janaabtaan itti jiraatee yoo biyyeen tayammuma godhee salaate salaatni isaa akkami? De...
729: Wudu’a Malee Qur’aana Qara’uun Hayyamamaa?
Yaa gabricha/gabrittii Rabbii, Quraanni kun kalaama Rabbiiti. Qaraanni kabajamuu qabaa quraana wudu’an maletti hin tuqi...
141: Nashiidaan meeshaa muuziqaa qabu akkamitti laallama?
Gaafii: Nashiidaan akkamitti laallama? Muuziqaan halaala moo haraam? Dr Sheikh Muhammad Haamiddiin ...
142: Huccuu Masqala qabduun Salaatuun akkami?
Gaafii:- Huccuu Masqala qabduun salaatuu, takkaahuu saamunaa masqala qabuun yoo qaamaan dhiqatan akkami? D...
142: Mallaqa dhalaa Baankitti dhiisuun akkami?
Gaafii: Horii yookaan maallaqa Baankii kaayadhee ture. Maallaqa haqa kiyya baafadhee kan ribaa ammoo yoo achumatti dhiis...
142: Namni tokko yoo maraate horii isaa fayyadamuun danda'am...
Gaafii: Adeerri kiyya tokko qalbiin akka tokko taatee (maraatee) dhabame. Horiin isaa cufti abbaa kiyya bira jira. Abbaa...
142: Namni tokko osoo salaatarra jiru yoo fedhiin saalaa itt...
Gaafii: Namni tokko osoo salaatarra jiru yoo fedhiin saalaa itti ka’ee, bishaan irraa yaa’e salaatni sun ni badaa?  ...
143: Dubartiin jaarsaan na hiiki yoo jetteen diliin isii maa...
Gaafii: Dubartiin takka abbaa mana isii hiikkaa yoo gaafatte Jannanni isii irratti haraama jedhan. An garuu rakkinna kee...
143: Namni tokko mallaqa na bira kaayatee dhabame, akkam god...
Gaaffii: Nama tokko Rabbiif jecha wal jaalannee maallaqa Amaanaa na bira kaayatee haga hardhaa bakka inni jiru hin beeku...
139: Sujuud at-tilaawaan waajibaa?
Gaafii: Namni tokko osoo Qur’aana qara’u yoo bakka sujuudaa gahe sujuuduun isarratti dirqamaa? Deebisaa: S...
141: Namni dhukkubu soomana akkam godha?
Gaafii: Namni tokko fayyaa hin qabu ni salaata, garuu soommanuu hin dandeenye. Murtiin isaa maali? Deebisa...
736: Waan Dubartiin qalte nyaachun Hayyamamaa?
Gaafii: Intalti takka haadha mana kiyyaa haa taatuu ta biraa haa taatuu sadaqaa wadaajaa takkaahuu akkanumatti laaqaan...
141: Ramadaana keessa guyyaan wal qunnamtii salaa raawwachuu...
Gaafii: Anii fi Abbaan mana kiyyaa guyyaa adii ramadaanaatiin walitti qananiine. Gama kootii wanti kun badii akka ta’e b...
141: Nama qabeenya nama dhoorkate akkam godhan?
Gaafii: Namni tokko waa bira kaayadhee, waan bira kaayadhe san balleesse. Amaanaa tiyya naaf deebisi jennaanis, inni did...
143: Intalti an jaaladhee fuudhe Durbummaa hin qabdu. Akkam...
Gaaffii: Intala takka jaaladhee walii gallee fuudhe. Fuudhatti seenuun dura intala durbaatiin barbaada jedhee itti hime....
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...
Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....
144: Obboleessi Jaartii Tiyyaa Hedduu na Jibba. Akkam godhuu...
Gaafii: Haadha warraa tiyyaan hedduu wal jaalanna. Garuu obboleessi isii tokko hedduu na jibba. An ni maxxanfadha, inni...