Articles
103: Namni Zinaan dhalate, dilaawaadhaa?
Gaafii: Gurbaan zinaan dhalate yoo nama gaarii ta’ellee maasiyaafi diliin abbootiin isaa dalagan sun isa ni dhaqqabdii?...
104: Imaamni taa’ee namaan salaatuun akkam
Gaafii: Imaamni tokko ka dhukkubsate namaan taa’ee salaatuu danda’aahii? Deebisaa: Yoo imaamni isa gahu h...
104: Salaata gabaabsuu fi karaan itti gabaabsan akkami?
Gaafii: Salaata gabaabsuun kun akkamii, karaan itti gabaabsanillee akkami? Deebisaa: Salaanni gabaabsani s...
124: Istinjaan duratti harka dhiqachuun barbaachisaadhaa?
Gaaffii: Wayta mana sagaraa seenaan istinjaa osoo hin godhiniin duratti harka dhiqatuun barbaachisaadhaa? Namatuu osoo i...
104: Namni wal dhabee wal buruqse akkam godha
Gaafii: Intala takkaan gabaa keessatti waldhabnee haatillee intala irra gortee natti kaatee intaltillee na burqistee jen...
104: Namni tokko Seera malee dallaala ta’ee yoo horii fudhat...
Gaafii: Lafa Arabaa keessatti rakkotu harkaa nu qabaa, dubra yoo namni tokko horii harkaa fudhatee dallaala ta’ee akka n...
104: Nikaahni Waliyyii malee godhamaa?
Gaafii: Nikahan waliyyii malee namaa godhamu kun akkam? sheekhotii ganda keessaatu nuuf godhaa, rakkoon adda addaa nu mu...
129: Rifeensa Arrii halluu gurraacha dibuun hayyamamaa?
Gaafii: Nama osoo umriin hin gahin arriin itti heddummaatte, arrii san halluu gurraachaan dhoysuun akkamitti laallama? D...
105: Bultiin wallaalummaan karaa haraamaatiin ijaaramte akka...
Gaafii: Karaa Rabbi hin jaalanneen mana ijaaradhe. na butaani. eegasii seera shariyaa baradheetiin ilmii argadhee ammaan...
105: Nama haraama dalagu kaddamuun hayyamamaa?
Gaafii: Nuti warra tokko kaddamnaa shaayiif buna jedhaniitiin nu qaxaratanii baadiyaa Arabaa kana keessatti, dhufanii du...
105: Faatihaan bakka kamitti qara’ama?
Gaafii: Faatihaa yeroo kamiif yeroo kami qaraanaa? Deebisaa: Faatiyaan salaatuma dhaabbii ke...
105: Dhiqannaan dhiiga aadaa akkami?
Gaafii: Akkami dhiqannaan aadaa irraa dhiqatanii? Deebisaa: Namni silaa xuriidhaaf dhiqatu haga qaa...
106: Salaata keessatti yoo dogoggorri argame akkam?
Gaafii: Salaata kiyya attahiyyaatuu duraa irraanfadheetiin olka’ee maaltu narra jiraa?? Deeb...
106: Uffannaan dubartii akkam?
Gaaffii: dhalaan takka takka lubbuu tiyyaafin gammada jettee huccuu rabbiin hin jaalannee fi akkuma san shittoo ajaa'iba...
106: Diliin intala gara biyya araba erguu, eenyurra jira?
Gaafii: Intalli tokko eega biyya Arabaa deemtee yoo achitti namni kadhatee fuudhe diliin lafa arabaatti dalagde sun abba...
106: Namni haadha warraa hiikee, osoo iddaa hin dhumatin dee...
Gaafii: Namtichi tokko yoo jaartii ufii xallaqe haga iddaan hin dhumatin dura hayyama isii malee si deeffadhe jechuu dan...
127: 556. Fedhiin qunnamtii saalaa humnaa ol natti tahe, bar...
Fedhiin kun shaabaaba hundarra jira. Rasuulli SAW dawaa walii galaa kan nama hundaaf tahu nuuf dhaamanii jiru. Namni kun...
128: 561. Khuxbaa Jum’aa irratti harka ol kaasanii ‘Aamiin’...
Deebisaa: Gaafiin tun yeroo heddu kaati. Ulamaa’iinis deebisaa irratti kennanii jiru. Namni lameenuu badii takka hin qab...
106: Iqaamaan masjiidatti godhamu, nama manatti salaatuuf ta...
Gaafii: Olla masjiidaatti salaannaa iqaamaa yoo ka godhan taate nuti olla sanitti jala iqaamaa sanii garuma salaata waaj...
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...
Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....