103: Namni Zinaan dhalate, dilaawaadhaa?

Audio
Content
Gaafii: Gurbaan zinaan dhalate yoo nama gaarii ta’ellee maasiyaafi diliin abbootiin isaa dalagan sun isa ni dhaqqabdii?         Deebisaa:  Rabbiin guddaan Hin dhaqabduu jedha. Dilii nama tokkoo, tokko wanni baachifnuuf hin jiruu jedha Rabbiin guddaan. Yoo abbaan kuun sababaa itti ta’e malee. Diliin gurbaa zinaan dhalatee dilii haadhaatiif dilii abbaati malee gurbaan waan inni keessaa qabu hin jiru. Yoo inni tolee, ibaadaa ufii qajeelfatee, gama Rabbii deebi’e inni keeyrii ufii Rabbii ufii biraa waan argatu ni qaba.       Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned