Articles

104: Haati warraa abbaan warraa isii zinaa godhuu isaa yoo b...

Gaafii: Gurbaa tokkotu intala takka fuudhee intala sana eega fuudhee isiin biyya biraa biraa deemteeti inni ammoo intala...

Aug 21, 2025
105: Hajjiin akkamitti harramatan?

Gaafii: Hajjii deemuufin deemaa akkamittin harramadhaa?         Deebisaa: Hajjii hiraamni isaa sadi....

Aug 21, 2025
107: Dhiirri intala fuudhuuf ta’u woliin hariiroo akkam qaba...

Gaaffii: namni tokko intala takka fuudhuuf yoo mataa kheeysaa qabaate ta kheeysaa rabbiitu isa beeka, intala tanaan koot...

Aug 21, 2025
900: Xabala dhiqachuun akkami?

Gaafii: Nama firaatiin wajjiin bakka Xabalaa dhaqee bataskaana seenee bishaan nutti naqanii, nuti garuu xabaluma sani dh...

Aug 21, 2025
111: Salaataaf iqaamaa godhuun dubartiidhaaf ni danda’amaahi...

Gaaffii : Salaataaf iqaamaa godhuun dubartiidhaaf ni danda’amaahii?           Deebisaa : Dubart...

Aug 21, 2025
112: Bishaan adiin yeroo garii aadaa dhiqadhee argu maali in...

Gaaffii: yoo an aadaa irraa dhiqadhee ka'e bishaan adiin kun natti dhufaa, bishaan adiin kun maali inni hukmiin isaa akk...

Aug 21, 2025
112: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fed...

Gaaffii: yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?             De...

Aug 21, 2025
113: Jum'aan Musaafiraaf Dirqamaa?

Gaafii : Salaatni jum’aa nama musaafiraa irratti dirqamaa? takkaahuu salaata zuhrii ka guyyaa jum’aa san gabaabsuun ni t...

Aug 21, 2025
113: Ilmi obboleessa abbaa kiyyaa ajnabii naaf ta’aa?

Gaaffii: Ilmi aabba guddaa abbaa kiyyaa yookan ilmi obboleessa abba kiyyaa ajnabii naaf ta’aa?       &nbs...

Aug 21, 2025
114: Nama sunnaa salaatu salaata waajibaa itti hidhatuun ni...

Gaaffii: Nama sunnaa salaatu salaata waajibaa itti hidhatuun ni danda’amaa?           Deebisaa: Sala...

Aug 21, 2025
114: Maniyyii fi maziyyiin maal adda jira?

Gaaffii: Hukmiin bishaan maniyyiitiif maziyyi wanni jedhamu maal adda jiraa?             D...

Aug 21, 2025
829: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin god...

Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?   Deebisaa: Najaasa...

Aug 21, 2025
116: Qur’aana irraa yoo qara’eef yoo jawwaala irraa qara’e m...

Gaaffii: Qur’aana irraa yoo qara’eef yoo jawwaala irraa qara’e maal adda jira?           Deebis...

Aug 21, 2025
116: Kijibaan kakachuufi haqa namaa nyaachuun akkam?

Gaaffii: Osoo obboleessa tokkoon wajji karaa deemnu horii walitti qabnaa horii walitti qabnu kana karatti osoo waliin ny...

Aug 21, 2025
116: Guyyaa qabbanti jabduun jirtu dhiqachuu danda’amaa namn...

Gaaffii: Guyyaa qabbanti jajjabduun jirtu akkamitti dhiqachuu danda’amaa namni aahlii isaatiin wajji rafe?   &nbsp...

Aug 21, 2025
118: Itti heerumuuf erge wolii galee booda nama hamaa ta'uu...

Gaaffii: Nama tokkon wal jaalannee wal heerumna jennee warra kiyyattillee dhaamee akka nikaha na gootan jedhee dhaamsa b...

Aug 21, 2025
119: Khuxbaa irratti yoo masjiida seene ni taa'a moo sunnaa...

Gaaffii: Hoggaa masjiida ol seene hoggaa imaamni khuxbatti jiraate ni taa’a moo tahiyyaan salaata?      ...

Aug 21, 2025
120: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?

Gaaffii: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?           Deebisaa: Dubartiin cuftinuu hijaabumaan h...

Aug 21, 2025
119: Namni maatii keessaa dhiheenya Islaama tahe maatii isaa...

Gaaffii: Ani maatii islaama hin ta’in waliin jiraa, anillee eega islaamee baatii lamaa, maatii kiyya kana akkamitti wali...

Aug 21, 2025
830: Horii bakka qalma horiitti qalan foon isaa nyaachuun ni...

Gaafii: Biyya Arabaa tana keessatti bikka horiin itti qalamee irraa fidamuutu jiraa foon san nyaachuun ni danda’amaa? &n...

Aug 21, 2025
Showing 621 to 640 of 720 articles