Articles
112: Yoon horii tokko karaa irraa arge maaliin godhaa?
Gaaffii : yoon horii tokko karaa irraa arge maaliin godhaa? Deebisaa: namni horii xix...
113: Abbaan kiyya manaamaan natti dallana?
Gaaffii: abbaa kiyyatu manaamaan argee yeroo hedduu kan natti dallanu argaa maalin godhuu qabaa &nb...
113: Kaafiilli tiyya iqaamaa naarraa balleessite anilleen ja...
Gaaffii: kafiila kiyya jalaahin baye , amata kiyya guuttadheetiin kafiila kiyya jalaa bahe osoo ruqsaa hin godhatinii ta...
113: Jaartiin ajaja jaarsaa diddu hukmiin isii maali?
Gaaffii: jaartii tokko fuudheetiin jaartiin tiyya yaameenii jennaan natti dhufuu diddee , duuba maaltu narra jiraa? &nbs...
113: wayta olka’an ruku’aa fi sujuudarraa harka eessa kaayu?
Gaaffii : Salaatarraa wayta olka’an ruku’arraa yookiin sujuudarraa harka olfuudhan moo ufirraa gad rarraasanii? &...
113: Dhalaan Muslimaa dhiira ajnabii irraa mallaqa fudhachuu...
Gaaffii : Nama ajnabii tokko irraa horii fudhatuun ni danda’amaa, nama wayii ka wajjiin haasawan ka nikaha irraa hin qab...
113: Dubartiin dhaabbattee wudu’achuu ni dandeettii?
Gaaffii :Dubartiin dhaabbattee wudu’achuu, harka isiitiif miila isii dhaabbattee dhiqachuun ni danda’amaahii? &nb...
798: Dhalaan fuudhaaf gaafadhu cufti dubrummaa hin qabdu, ma...
Gaafii: Fuudhinsa barbaadaa jecha hulaa adda addaatin dhawa. telefoonallee nin dhawa. hogguu intala akkanaa takkatu lafa...
138: Imaama salaata dheeressu akkam godhan?
Gaafii: Anaafi namni paakistaanii tokko waliin hojjanna. Yeroo salaata jama’aa wajji salaannu inni akkaan dheeressa. Yer...
114: Salaatul janaazaa akkamitti salaatan?
Gaaffii: Salaata janaazaa akkamitti salaatan? Deebisaa: Yoo namni Muslimaa tokko du’e ummata Isla...
771: Zakaa namaan walitti baasuun danda’amaa?
Gaafii: Zakaa kana yoo ka’ee obboleettii tiyyaan waliin walirratti baase ni taati naan je’anii dubbiin tun akkami?  ...
114: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda'aa?
Gaaffii: Sunnaa waajibatti jijjiirachuu danda’aa yookaan waajiba sunnatti jijjiirachuu danda’aa eega itti seenee booda?...
114: Yeroo aadaa qaban qeensaa fi rifeensallee muruun dhooww...
Gaaffii: Qeensa yeroo aadaa qaban takkii rifeensallee ufirraa fuudhuun dhoowwaadha, yeroo biraallee yoo ka ufirraa fuudh...
114: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu...
Gaaffii: Kaffaaraa Ramadaana keessa jarsa kiyyaa wajjiin ji’a Ramadaana keessa guyaa wajjiin rafeef kutee kutee ji’a tok...
114: Nama raaga bira dhaqe Salaanni isaa akkam?
Gaaffii: Namni tokko yoo warra waa himtu warra kitaaba banu bira dhaqee gaddii laallate salaanni isaa guyyaa afurtama hi...
115: Yoo rifeensi namarraa bu’ee bakka hin taane seene irraa...
Gaaffii: Yoo rifeensi namarraa bu’ee najisaan walitti makatee bakka hin taane seene irraa gaafataman jedhanii akkami? &n...
115: Osoo jaartii halaalaa qabuu zinaa namni dalagu nikahni...
Gaaffii: Nama tokko ka intala fuudhetu jiraa ka ufii zinaa dalaguudhaan beekame, kanaafuu intala inni fuudhe san nikaha...
115: Akka shari'aatti gabbarri akkam?
Gaaffii: Ani horii si fuudhuun qaba malee horii gabbara warra keessanii kennu hin qabu akkam taana jedhee abbaan na fuud...
115: Gaazexaa maqaa Rabbii qabu gatuun akkami?
Gaaffii: Gaazexaa garii maqaa Rabbiittu keessatti katabamee jiraa gazeexaa maqaan Rabbii keessatti katabamee jiru gati n...
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...
Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....