114: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda'aa?
Audio
Content
Gaaffii: Sunnaa waajibatti jijjiirachuu danda’aa yookaan waajiba sunnatti jijjiirachuu danda’aa eega itti seenee booda? Deebisaa: Waajibniniif sunnaan walitti hin jijjiiramu. Hujiin tokko niyyaadhaan argama; hujii tana keessatti yoo dura niyyatanii itti seenan akka inni itti jijjiiramuu danda’uun hin jiru. Kanaafuu sunnaaf waajiba walitti dabaluun hin ta’u. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned