Articles

121: Waan urgaawaa mana keessa faffacaasuun hukmii shari’aat...

Gaaffii : ganda tokkoon hojjedha, gandi kun hoggayyuu akka honqaatti  sooqiddaa fi waan akka libaanataa fi waan urgaa'u...

Aug 21, 2025
122: Yeroo heeydii qabutti Qur'aana qara’uu danda’aa?

Gaaffii : nuti dhalaan kun gaa waan dhiirti hin qabne qabna heeydiidha tanaa jecha qur'aana qara'uun naaf dandayamaa? Ta...

Aug 21, 2025
122: Tafsiira beekanii qara’uu fi akkasumatti qara’uun garaa...

Gaaffii: namni tokko ka qur'aana wojjiin qara'uu fi ka tafsiiraa wojjiin beeku kamtu irra caalaa woldhabbii qabaa? &nbs...

Aug 21, 2025
123: Maallaqa ribaan wojjiin jiru zakaan ka irraa hin baane...

Gaaffii: maallaqaan baankii keeysaa qaba , maallaqni kun ribaanillee wojjiin jiraa akkamiin godha ? maallaqa san yoon fu...

Aug 21, 2025
123: Yeroo lamaa irraanfatanii Allaahu Akbar yoo jedhan sala...

Gaaffii: Namni tokko ka kophaa salaatu yoo irraanfatee sujuuda irraatti marroo lama allahu akbar jedhe marroo duraa alla...

Aug 21, 2025
124: Hijaaba gubbaan haqachuun (quyyifachuun) ni dandayamaa?

Gaaffii: Yeroo wadda’atan osoo hijaaba mataa irraa qaban mataa gubbaa haqatuun ni dandayamaa?     Deebisaa: Ee...

Aug 21, 2025
124:  Salaata gabaabsuun yoom eeyyamama ?

Gaaffii: Namni tokko yoo imala deeme biyya haga 200km fagaatu salaata ni gababsa moo hin guutaa yoo guute Rakkoo qabaa?...

Aug 21, 2025
125: Namni tokko Hajjii godhuuf deemee yoo achitti hafe akka...

Hujiin ibaadaa hundi kan qeebalamtu Rabbumaaf qofa qulqulleessanii ikhilaasaan yoo dalagan qofa. Dalagaa ibaadaa hundarr...

Aug 21, 2025
832: Nama salaata yeroo hunda hin salaannetti hidhachuun akk...

Gaafii: Jarri salaata Rabbii hin fardeessanii akkuma fedhanitti salaatan. Hoggaa namni isaanitti dhufe garuu ummata kana...

Aug 21, 2025
127: Dubartii Ulfa garaa qabdu yookaan tan hoosiftu irratti...

Dubartiin ulfa qabdu yookaan ammoo dubartiin hoosiftu, sababa soomanaatiin isii irratti yookaan daa’ima irratti miidhaan...

Aug 21, 2025
130: Nama salaata fajrii dadhabuuf furmaanni maali?

Yaa Gabroottan Rabbii! Salaata shanan Rabbiin dirqama nurratti godhe keessa, kan fedhan jabeessanii kaan ammoo laaffisuu...

Aug 21, 2025
132: Yeroo xuriin laguu addaan ciccitu ibaadaa akkam godhan?

Gaafii: Heeydiin natti dhufee guyyaa lama yookaan sadi eega narra turee booda narraa bada. Ammas guyyaa lamaafi 3 turee...

Aug 21, 2025
747: Eessumni Nikaaha hidhuu dandahaa?

Gaafii: Yoo eessumni kiyya nikaaha na hidhe, ka maatiin kiyya ka gara Abbaa hin jirre nikeenni kiyya kun akkamii? Deebis...

Aug 21, 2025
134: Wanti Zakaa dirqama namarratti godhu maali?

Gaafii:  Zakaa maaltu waajiba namarratti godha? Umriin dargaggoomuu (Ballaghuudha) moo, maallaqa ykn qabeenya horatan to...

Aug 21, 2025
134: Mallaqa biyyaa qaban akkamitti zakaa irraa baasan?

Gaafii: Mallaqan biyyaa qaba. mallaqa kana akkamittin zakaa irraa baasa? Asuma bakka jirutti kennuu dandahaa?   &nb...

Aug 21, 2025
749: Salaanni sa'aa 8titti salaatamu salaata kami?

Gaafii: Ganda jirru tokkotti guyyaarraa salaatuma salaatan toora sa’aa saddeetii eega aduun baatee, toora sa’aa kudhanii...

Aug 21, 2025
723: Sunnaa Wudu'aa

Gaafii: Yoo wuda’adhee bakka hojjadhutti osoo sunnaah wuda’aa hin salaatin na yaamanii deemee, saa’aa takka booda yoo dh...

Aug 21, 2025
136: Haadhaa Abbaa Tajaajiluu fi Toltuu biroo irratti hirmaa...

    Hojii Kheeyrii dalaguu fi Haadhaa fi abbaa kaddamuun haala gara garatiin ilaalama. Haqni haadhaa fi Abbaa...

Aug 21, 2025
137: Salaataafi soomanni umrii meeqatti waajiba namarratti t...

Gaafii: Umriin ilmi namaa itti ballagu, kan salaatni fi soomanni waajiba namarratti taatu meeqatti?     Deebis...

Aug 21, 2025
139: Sujuuda Sahwii (Sujuuda irraanfii) booda ni salaammatan...

  Deebisa: Sujuudni Sahwii salaata irraa  raka’aas haatahu waan biraa yoo irraanfatanii waa hir’isan yookan ammoo y...

Aug 21, 2025
Showing 641 to 660 of 720 articles