134: Mallaqa biyyaa qaban akkamitti zakaa irraa baasan?
Audio
Content
Gaafii: Mallaqan biyyaa qaba. mallaqa kana akkamittin zakaa irraa baasa? Asuma bakka jirutti kennuu dandahaa? Deebisaa: Hunda dura mallaqni ati qabdu hisaaba zakaa guutuu isaa beekuu qabda. itti aansuun waggaan tokko irra naannayuu qaba. yoo ulaagaan kun lameen guttame, nama biyyatti mallaqa bira kaayatteef bilbiltee zakaa irraa baasi jechuunii mirga qabda. yoo mallaqni baankii irra jiraatee mallaqa hangam akka tahe beeyte, asumatti mallaqa of biraa qabdurraa baasuu mirga qabda. Dr. Liwaa’ulislaam Ibsa dabalataa Zakaan maali? yoo Zakaan maal akka tahe hin beeynee Link kanarraa dubbisi. Zakaan qabeenya hammam takkarraa baafama? Kanas Link kanarraa dubbisi Gaafilee Zakaan wal qabatan hunda dubbisuu yoo barbaaddes Link kana bani
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned