Articles

107: Waajiba, Arkaanaa fi Sunnaan Salaataa akkami?

Gaafii: Sunnaa salaataallee, waajiba salaataallee, arkaana salaatallee nuu himaa?           Dee...

Aug 21, 2025
111: Ishaa’ii darbuu gahe magriiba wojjin akkamitti jam’ii g...

Gaaffii : yoo magriibni na darbee ishaa'iillee qadaa baasuudhaaf ta'u intalti an bira dalagu dura ishaa salaattee eegasi...

Aug 21, 2025
965: Namni Zakaatul Fixrii hin baasin soomanni isaa akkami?

Gaafii: Fixirii amata lamaa ani ufirraa hin baafnee waan obboleessi kiyya narraa baase sehee ani ufirraa hin baafnee amm...

Aug 21, 2025
107: Akka shari'aa islaamaatti qaadhimaan maali?

Gaaffii: namni tokko intala takka jaalatee eega wolqaadhimanii boodatti intala tana ganda dhaquu bakka wol arganitti bak...

Aug 21, 2025
899: Hukmiin dhiigaa maali?

    Deebisaa: Dhiiga namaa ta’ee, dhiiga horii, hukmii nama tuqiinsaa yoo taate humaa hin qabu. hadiisa Abdala...

Aug 21, 2025
109: Intalti hoggaa heerumtu namni isii nikaha godhuu dandah...

Gaaffii: intalti takka hoggaa heerumtu namni isii nikaha godhuu dandahu nama meeqa?           D...

Aug 21, 2025
108: Qarshiin teelee irraa liqeeffatan akkamitti laallama?

Deebisaa: Teeleen qarshii hin liqeessu. Namni heddu akkasitti yaada. Kun hubannoo dogongoraati. Wanti teeleen nama kennu...

Aug 21, 2025
105: Miilli yoo nama dhukkube akkamitti salaatan?

Gaafii: Quba tokkotu na dhukkubee salaataaf yoo attahiyyaatuu taa’u miila mirgaa lafatti dhaabuu dadhabee?    ...

Aug 21, 2025
806: Tayammumni Janaabdaa namarraa buusaa?

Gaafii: Jaarsaa jaartiin walitti ida’amanii, takkahuu dhalas haa ta’uu dhiiras namni tokko yoo manamaan bishaan irraa ba...

Aug 21, 2025
130: Yoo Jaarsi "Sin Hiika" jedhe intalti ni hiikamtii?

Jaarsa kiyya dogongora hedduu irraa arkinaan wal dhabne. Innis dogongora san firratti beekee dhiifamallee na gaafate. An...

Aug 21, 2025
108: Intalti takka odoo garaa qabduu yoo jaarsi hiike , hiik...

Gaaffii: intalti takka odoo garaa qabduu yoo jaarsi hiike , hiikkaan sun hojii irra ni ooltii?       &nbs...

Aug 21, 2025
108: Ilmoo zinaa ifirraa baasuun akkam?

Gaaffii: intalti dhalaa takka yoo ilmoo zinaa if irraa baafte hoo hukmiin isaa maali?         Deebis...

Aug 21, 2025
109: Nikaha booda aruuza malee itti qanani’uun akkam?

Gaaffii: namni tokko yoggaa intala takka kadhate   ,intala takka nikaha hidhate nikaha godhaniifi garuu immoo aruuza hin...

Aug 21, 2025
109: Iintala takka namni isii nikaha godhuu dandahu nama mee...

Gaaffii: intalti takka hoggaa heerumtu namni isii nikaha godhuu dandahu nama meeqa?           &...

Aug 21, 2025
109: : Hiikkaa jechuun tuni mee akkam?

Gaaffii: hiikkaa jechuun tuni mee akkam? Namni nama hiikuu dandahu dhiira moo dhala?          ...

Aug 21, 2025
109: Dhiira tokko wonni fuudha isaa dura dhaabbatu jirtii?

Gaaffii: ilmi dhiiraa tokko yoo fuudha fedhe wonni fuudha isaa dura dhaabbatu ni jirtii?         &n...

Aug 21, 2025
131: Ramadaana keessa jaartii dhungachuufi itti maxxananii c...

Gaafii: Anaafi jaartiin tiyya, gaaf tokko Ramadaana keessa walitti maxxannee waliin rafne. Garuu walitti hin qananiine....

Aug 21, 2025
809: Kaafira arrabsuufi hamachuun ni tahaa?

Gaafii: Namni kaafiraa silaahuu adawwii Rabbiitii yoo arrabsan ykn yoo hamatan maal qaba?     Deebisaa: Ilmi n...

Aug 21, 2025
111: Dubartii aadaa qabdu wojjiin rafuun maaliif haraam godh...

Gaaffii: yeroo dubartiin aadaa qabdu maaliif isaaniin wojjiin rafuun haraam godhame?          ...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 181 to 200 of 720 articles