899: Hukmiin dhiigaa maali?

Audio
Content
    Deebisaa: Dhiiga namaa ta’ee, dhiiga horii, hukmii nama tuqiinsaa yoo taate humaa hin qabu. hadiisa Abdalaah ibnu Masu’uuditu jiraa ka inni re’ee uduhiyyaa qalee cumaaf dhiigni garaa isaa irra jirutti salaatee jira. Akkasuma sahaabaa lamaan waliin deemaa turte ka tokko dadhabee biraa rafee halkan kana wardiyaa eegi jedhee tokkorratti dhiifatee rafe ka diinni dhufee namtichaa salaatutti jiru san waraane ka dhiigni isarra yaa’u salaate humaa salaanni isaa bade hin jenne Rasuulli Rabbii ? dhiigni namaas ka horiis salaata hin balleessuu najaasummas hin qabu. Garuu dhiiga dhuguun dhiiga meeshaa dibuun shari'aa Rabbii keessatti hin jirtuu eeggachuu barbachisa   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned