Articles

110: Jaartii tiyya na jalaa hatanii yeroo dheeraa booda naaf...

Gaaffii: Yoo gurbaan tokko jaartii namaa hatee darbe ka yeroo dheeraa woliin jiraatanii inni deebise deebihuu ni dandeet...

Aug 21, 2025
110: Ajnabii wojjiin haasawni dheeraan akkam?

Gaaffii: ani garee adda addaa keessa da'awaadhaaf dalaga, yeroo garii nama ajnabii wojjiin haasawaa sababaa garee kana k...

Aug 21, 2025
111: Qadaan soomanaa yoo namatti baay’ate akkam?

Gaaffii: biyyatti gaafa aadaa qabnu hin soomannu . Ramadaanaaf qadaa baasuun yeroo biyya arabaa dhufellee yeroo dheeraa...

Aug 21, 2025
111: zuhriin duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubr...

Gaaffii: namni tokko yoo zuhriidhaan duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubraa darbate maal qaba?    ...

Aug 21, 2025
112: eega fincaanee wudu'adhee salaata seene waan fincaan na...

Gaaffii : eega fincaanee wudu'adhee salaata seene waan fincaan narraa bahan natti fakkaata?        ...

Aug 21, 2025
112: Ajnabii wojjiin haajaadhaaf jedhanii manaa bahuun akkam...

Gaaffii : jaartii takkatu nama woyii wojji baatee hospitaala dhayxe mustashwaa deemtee edduu kanatti namichi haraama itt...

Aug 21, 2025
112: Abbaa ofii hamachuun maal qaba?

Gaafii: namni tokko yoo abbaa ofii hamate maal qaba?           Deebisaa: hamiin gara marattuu h...

Aug 21, 2025
855: Aruuzni Aaishaa akkami?

Gaafii: Haati teenya Aaishaan intalli AbuuBakri guyyaa cidha isiidhaa akkamitti gaggeeffatte?   Deebisaa: Yaa gabri...

Aug 21, 2025
738: Rabbiif jecha dhiisutu caala moo, haqa kiyya barbaadatu...

Gaafii: Ummata tokko osoo bira dalagutti jiruu, haqqii tiyya na dhoorkatanii horii tiyya na dhoorkannnaan, horii tiyya t...

Aug 21, 2025
739: Zakaatal Fixrii mallaqa(Qarshii) baasuun danda’amaa?

Gaafii: Zakaatal fixrii abbaa kiyyarraa baasuudhaaf natu sirraa baasaa Abshir jedhee abbaa kiyyarraa baase. Horiin baase...

Aug 21, 2025
114: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii...

Gaaffii: Obboleettii tiyya takkatu anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu feetee hajjiin isii sun ni taatii?  ...

Aug 21, 2025
114: Qadaa soomaa ka yeroo dheeraa akkimitti baasan?

Gaaffii: Sababaa dhiiga aadaatiif sooma hin soomannee amata dheeraa dura qadaan narra jiraa hagam ta’eellee hin beekuu;...

Aug 21, 2025
114: Garaagarummaan shirkii fi bid'aa maali?

Gaaffii: Shirkiif bida’an maal garaagarummaan isaa?             Deebisaa: Yoo shirkii gurg...

Aug 21, 2025
115: Wollaalummaan dhala nyaadhe dur amma akkam naaf woyya...

Gaaffii: Ribaa horii haraamaa fudhannee, gaafa san hin beeynee akkamitti ufirraa deebisuu danda’aa? Namni horii akkasi f...

Aug 21, 2025
115: Abbaan kiyya osoo salaata hin salaatin du'e irraa sadaq...

Gaaffii: Abbaan kiyya hin salaatu isaa hin salaanne du’ee irraa sadaqachuuf jennaan irraa hin sadaqatin jedhanii sadaqac...

Aug 21, 2025
115: Nikaha dhossaan hidhachuun akkam?

Gaaffii: Nikaha dhossaa ka duraan dogongora duraan dalaganii abbaan beeynaan nikaha sii hin hidhu jedheenii lakki nuti w...

Aug 21, 2025
116: Hukmiin azaanaatiif iqaamaa maalii?

Gaaffii: Hukmiin azaanaatiif iqaamaa maalii?       Deebisaa: Hukmii azaanaaf iqaamaa kilaafatu keessa jir...

Aug 21, 2025
116: Bakka taaziyaa waa fidanii achitti nyaachuun akkam?

Gaaffii: Namni taasihaa walitti dhufanii guyyaa hagasi waliin taa’aanii waa nyaatee waliin dhugu aadaa biyya gariitti ha...

Aug 21, 2025
116: Abbaan yoo nikaha godhuu dide akkam?

Gaaffii: Biyya Arabaa kana keessatti intala abbaan nikaha godhuu didee eega isiin biyya Arabaa dhayxee namni haraamaan w...

Aug 21, 2025
117: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?

Gaaffii: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?           Deebisaa: Yoo dandeette irr...

Aug 21, 2025
Showing 501 to 520 of 720 articles