112: eega fincaanee wudu'adhee salaata seene waan fincaan narraa bahan natti fakkaata
Audio
Content
Gaaffii : eega fincaanee wudu'adhee salaata seene waan fincaan narraa bahan natti fakkaata? Deebisaa: fakkaataan hin taatu shakkii hin barbaachisu . Yoo dhugumaan waan eega ati wudu'attee kaate sirraa bahan fakkaate irraa bahiitii salaata keetirraa qulqulleeffadhu garuu san dura wonni sii gaariidhaa akka gaarii goggoyfachuun barbaachisaadha, haga fincaan sirraa dhumatutti goggoyfachuun dirqama jechuudha Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned