112: Ajnabii wojjiin haajaadhaaf jedhanii manaa bahuun akkam?
Audio
Content
Gaaffii : jaartii takkatu nama woyii wojji baatee hospitaala dhayxe mustashwaa deemtee edduu kanatti namichi haraama itti dalage Deebisaa: manaa bahuu keetiifuu ni gaafatamta hattaa yoo dirqiidhaan isii qabellee yoo humnaan isitti haraama dalagellee nama ajnabiitiin wojjiin manaa bahuudhaaf irraa gaafatamtaa , yoo dhukkubni kankee ammoo dhukkuba du'aa ta'e ambulaansiin jiraa , nama rahiimaa barbaadachuu qabdaa , dawwalachuu qabda malee nama ajanabiitiin wojjiin manaa bahuuni akka malee rakkisaadha kunoo kanaaf fatanaan haganaa nama qabataa jechuudha Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned