116: Bakka taaziyaa waa fidanii achitti nyaachuun akkam?

Audio
Content
Gaaffii: Namni taasihaa walitti dhufanii guyyaa hagasi waliin taa’aanii waa nyaatee waliin dhugu aadaa biyya gariitti harchee walitti fidanii dhadhaa walitti fida. Biyya teenyatti akka dirqaamaatti harcee fidan dhadhaa fidan marqa marqan namni achitti wal gahee nyaataa dirqamatti fidanii         Deebisaa: Taasihaadhaaf yoo birmannaadhaaf yoo ollaan buna fidatee dhufe ka haajaa isaatiif mataa ufiitiif fidatee dhufe humaa hin qabu. Dirqamni hin jirtu. Namni rifaatuu du’aatiif walitti birmatee walitti dhufee bunaan walitti birmachuun dhoowwaa hin qabu. Hadiisa jaafar ibnu xaalib Rasuulli Rabbii ? obboleeyyan keessan nyaata itti fidaa wama qabdaniin itti birmadhaa maatii Jaafar wanni isaan shaagalu itti dhufee ollaadhaa nyaataan itti birmadhaa jedhe malee dirqamaa gad fidiin hin jirtu.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned