117: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?

Audio
Content
Gaaffii: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?           Deebisaa: Yoo dandeette irraa fagaadhu.nama shariyaa Rabbiitiif diinii Rabbii irra hin jirre itti hin saahiboomin wajjiin hin nyaatin jechuun adaba shariyaan gorse keessa jirti. Maaliif jennaan maqaa Rabbii si hin yaadachiisuu, zikriidhaaf keeyrii akkanaallee si hin yaadachiisu. Yoo ammo nama da’awaa itti godhaa jiraattu taate, nama isaaniif qajeeluminaaf gara keeyrii tokkotti waa godhaafii jirtu taate humaa rakkoo hin qabu.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned