111: zuhriin duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubraa namni darbate maal qaba?

Audio
Content
Gaaffii: namni tokko yoo zuhriidhaan duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubraa darbate maal qaba?             Deebisaa: ulamaan islaamaa jamratal aqabaa darbachuu keessatti fataawaa adda addaa godhanii jiranii fataawaa san laallachuun barbaachisaadha ulamaa yeroo san achi jirullee gaafachuun barbaachisa. Zuhrii dura hin darbanne rasuulli rabbii ? guyyaa 12ffaatiif 13ffaa zuhrii  dura hin darbanne jechu ka ganama gaafa guyyaa 10 san malee guyyaa kudha tokkoo kudha lamaa kudha sadii san zuhrii booda darbachuutu sunnaadha jechu   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned