Articles

126: Soomanni Ramadaanaa nama akkamii irratti dirqama taha?

Rabbiin (SW) qur’aana keessatti namni baatiin ramadaana itti geette yookaan ji’a ramadaanaa lubbuun dhaqqabe haa soomu j...

Aug 21, 2025
126: Namni imaltuu bahe yoo dandahee soome akkamitti ilaalam...

Namni imala bahe, yoo soomanuun kan isa hin miine tahe soomanutu irra caalaaf. Keessattuu imalli yeroo ammaa haalaan mij...

Aug 21, 2025
126: Namni soomni irratti wajjabu sooma osoo hin xumuratin y...

Namni sababa dhukkubaatiin yookaan sababa umriitiin osoo soomana hin xumuratin du’e warri isaa irraa soomuudhaan qadaa i...

Aug 21, 2025
127: Dubartiin takka qadaa soomana duraa osoo hin baasin kan...

Dubartiin sababa garagaraatiin soomana duraa osoo hin baasin Ramadaanni biraa itti dhufuu mala. Fakkeenyaaf dubartiin de...

Aug 21, 2025
833: Lukkuu fayyaa dhabde ajjeesuun ni tahaa?

Gaafii: Warshaa lukkuu itti guddisan keessan dalaga; doktoroonni fayyaa lukkuudhaa kana eegan nutti dhufanii lukkoolee d...

Aug 21, 2025
131: Intala biyyaa bahuu barbaaddu maallaqaan gargaaruun akk...

Gaafii: Obboleettiin tiyya takka biyyaa bahaa maallaqa naaf ergi jettii, akkam godha?     Deebisaa: Yaa Gabroo...

Aug 21, 2025
127: Dubartiin takka osoo qadaan soomaa irra jiru yoo duute...

Dubartiin sababa dhibeetiin yookaan ammoo sababa dahiinsaatiin somanni jalaa dabre, qadaa baasuu qabdi. Osoo qadaa kana...

Aug 21, 2025
143: Hukmiin Dubartii Qabeenya Jaarsaa Karaa Mana Murtiitiin...

Gaafii: Dubartiin takka jaarsaan wal dhabdee mana murtiitti himattee, qabeenya isaa kan isiin homaa keessaa hin qabne yo...

Aug 21, 2025
128: Saala daa'imaa tuquun wuduu'a balleessaa?

Gaafii: Qaama saalaa tuquun wudu’a balleesa jedhanii, Qaama ijoollee daa’immanii tuquun hoo akkami?   Deebisaa: Dhi...

Aug 21, 2025
129: Dubartiin ilmoo dhalte guyyaa meeqa booda salaata eegal...

Deebisaa: hanga dhiigni dahuumsaa jiru qofa eeguu qabdi. Dubartii garii dhiigni daddafee irraa dhaabbata. Tan guyyaa tok...

Aug 21, 2025
862: Nama hin salaannee wajjiin hojjechuun ni tahaa?

Gaafii: Warri ani bira dalagu hin salaatan, hin sooman, an ammoo jaraa wajjiin dalagutti jira. Dalagaan isaaniin wajji d...

Aug 21, 2025
129: Jaarsi kiyya hin salaatu, yoo salaati jedhuun “situ na...

Dhimma salaataa kana osoo itti hin heerumin dura hubachuu qabdi ture. Namoonni heddu eega bultii jaaranii booda yoo wal...

Aug 21, 2025
127: 557. Uffata yeroo heydii uffatan osoo hin dhiqin ittiin...

Gaafii: Dubartiin yeroo heydii qabdu qaama hin dhiqattu. Huccuu yeroo xuriin laguu irraa jiru uffataa turte, garuu kan d...

Aug 21, 2025
129: Abbaa manaa kiyya wajji osoo hin rafin dura salaata sub...

Gaafii: Biyya teenya haalaan qabbanaawa. Ana ammoo na dhukkuba. Sababa kanaaf jecha abbaa manaa kiyya wajji osoo hin raf...

Aug 21, 2025
129: Osoo Jaarsi kiyya hin beekin, qabeenya isaa irraa haadh...

Gaafii: Jaarsa kiyya dhoysee qabeenya inni qaburraa haadhaafi abbaa kiyya gargaaruu danda’aa?   Deebisaa: Yoo qabee...

Aug 21, 2025
883: Waan namni gate yoo fuudhee nama biraatiif kenne maal q...

Gaafii: Bakkaan dalagutti waan namni itti haajamu cufa alarraa fidan. Duuba jarri kun bikka ooyruu haa tahu, bikka manaa...

Aug 21, 2025
133: Baasii tikeetaa kafiila irraa fudhachuun akkami?

Gaafii: Bakka dalagurraa ka'ee biyya dhaqee deebi'e. gaafa deebi'u ammoo waanin tikeetarratti baase naaf kenni jedhee ka...

Aug 21, 2025
129: Dawaa ulfa ittisu fayyadamee dhiigni narraa cituu dide.

Gaafii: Amma dura yeroo lama Surgery/Operation tahee ilmoo dahe. Sababa kanaaf jecha dawaa ulfa dhoorgu fayyadamuu eegal...

Aug 21, 2025
129: Liqii abbaa irraa dhabe akkam godha?

Gaafii: Nama tokko waa irraa liqeefadhee yookaan ammoo amaanaa na bira kaahatee, booda yoo bakka inni jiru dhabe akkam g...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 301 to 320 of 720 articles