Articles
962: Nikahaan fagootti telefoonaan ni tahaa?
Gaafii: Yoo namni tokko biyyarraa kaadhimaaf yoo na barbaade ka nuti gargar jirruu telefoonaanillee nikaha wal hidhachuu...
101: Abbaan kiyya farsoo akka dhiisu gorse dadhabe, maaltu m...
Gaafii: Abbaan kiyya kamrii dhugaa yeroo hedduullee nasiyaa godheefii dadhabee maal godhaa? ...
907: Janaabaa yeroo dhiqatan mataa fooxaa qofaan yoo Xaragat...
Gaafii: Janaabaa akkamitti dhiqatani? Janabaa qaama dhiqatanii mataa ammoo fooxama qofaan xaragachoon ni ta’aa? &...
858: Namni karaa halaal hin taaneen imala deemee soomana cab...
Gaafii: Namni tokko yoo karaa halaala hin ta’iniin imala deemee soomanallee balleesse, soomana san akkamitti soomana? Na...
910: Imaama jarjarutti akkamitti salaata hidhatan?
Gaafii: Yoo imaamni jarjaree yoo ma’amuumaan wajjiin deemuu dadhabe akkamitti salaata irraa baafachuu danda’anii, salaat...
102: Dalagaa yoo gamtaan dalagan faaydaa irraa argatan akkam...
Gaafii: Yoo warri tokko walii galanii faaydaa adda fudhanna jedhanii dalagaa banatan ka faaydaa san namni hundi walbira...
913: Meeshaa dhiigaan qoraasametti Aanan dhuguun ni tahaa?
Gaafii: Aadaa biyya keenyaa kutaa Arsiitti meeshaa aanan itti elmatan kana yeroo aannaniif qopheessan akka aanan hin jig...
915: Harka bitaatiin dhuguu ni danda’aa?
Gaaffii: Harka mirgaatiin nyaata qabadhee yoo jiraadhe harka bitaatiin dhuguu ni danda’aa? &...
109: Nikaha malee worra bultii jaarate hukmiin shari’aa maal...
Gaaffii: gurbaan tokkoo fi intalti takka yoon yeroo dheertuu wojjiin turani hukmii shari'aatiin odoo nikaha wol hin godh...
881: Obboleessa nama irraa du'e sadaqaan ni baafamaa?
Gaafii: Obboleeyyan kiyya heddutu du’anii sadaqaa maal irraa baasuu qaba? Deebisaa: Sadaqaa takkall...
919: Foon warri Shi'aa qale/goorra'e nyaachuun ni tahaa?
Gaafii: Ani warra shi’aa tokko bira dalagaa warri shi’aa kun mowulida baasanii ji’atti yeroo tokko yeroo lama walitti dh...
920: Waraabessi Jinnii ni argaa, ni nyaataa?
Gaafii: Jinni waraabessi ni argaa ni nyaataa akkamii waraabessi argee ni nyaataa jinniin tun ni baqattii waraabessa irra...
922: Nama guyyaa tokko soomaa guyyaa biroo balleessu Zakaata...
Gaafii: Hukmiin nama yeroo tokko soomee nama yeroo tokko faxaree sooma baballeessaa deemu zakaatal fixrii irraa baasuun...
110: Akkamitti addaan deeman jarri kun wojjiin ture ilmootu...
Gaaffii : namni lama yoo wojjiin ture dhiiraa fi dhalaan yeroo addaan deeman hukmiin shari'aatti akkamitti addaan deeman...
924: Sharxiin Sujuudaa dubartii irratti akkami?
Gaafii: Sujuudni dubartootaa akkam ta’aa? Dubartiin tokko yoo sujuuddu cinaacha isiitiif ciqilee harka isii adda hin baa...
926: Nama imaama booda raka'aa xumurachuuf salaataa jirutti...
Gaafii: Salaanni namni tokko nama tokkotti hidhatee salaate yoo namni sun salaama baafatee warri kun ol ka’anii salaatan...
927: Kitaaba irraa qara'aa salaatuun ni tahaa?
Gaafii: Namni tokko yoo salaata keessa qur’aana laalee qur’aana irraa qara’e maal qabaa du’aa’iillee taanaan kitaaba qur...
928: Dubartii sadihiin hiikamte deebi'anii waliin jiraachuun...
Gaafii: Namni tokko jaartii isaa sadihiin hiikee jiraa; anilleen mana isaanii quphadhaa akkam ta’a, eega sadiin hiikeell...
897: Janaabaa dhiqachuun dura yoo wuduu'adhe booda itti deeb...
Gaafii: Wuduun akkam ta’aa, osoo qaama jaanabdaa dhiqachuun duratti yoo dhiqadhee istinjaa godhadhe akkam? Eega qaama dh...
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...
Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....