927: Kitaaba irraa qara'aa salaatuun ni tahaa?
Audio
Content
Gaafii: Namni tokko yoo salaata keessa qur’aana laalee qur’aana irraa qara’e maal qabaa du’aa’iillee taanaan kitaaba qur’aanaallee taanaan, salaata keessa laalanii qara’uun dhoowwaa qabaa tarawihaas taanaan salaata biros taanaan? Deebisaa: Humaa rakkoo hin qabu kitaaba irraa laalaa salaatuun ni ta’a, kitaaba irraa laalaa du’aa’ii godhachuun ni ta’a, yoo xum'aaniinaa dhoowwee ka waswaasa namatti hin fidne ta’e jechu. Saalaanni kushu’a qabdii, yoo akka qur’aana baachuuf qur’aana babbanuun ka kushu’a nama hin dhoorkine taate humaa hin qabu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned