907: Janaabaa yeroo dhiqatan mataa fooxaa qofaan yoo Xaragatan ni tahaa?
Audio
Content
Gaafii: Janaabaa akkamitti dhiqatani? Janabaa qaama dhiqatanii mataa ammoo fooxama qofaan xaragachoon ni ta’aa? Deebisaa: Hin ta’u. Qeensi qeensaa, rifeensi rifeensaa, ka bishaan hin gahin yoo hafte qaama namaa irraa janaabaan sirratti haftee jirti hin dhiqatamne jechuudha. Kanaafuu seerri shari'aa guututti dhiqachuun sirra jiraa siin jedha. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned