897: Janaabaa dhiqachuun dura yoo wuduu'adhe booda itti deebi'ee wuduu'achuu qabaa?

Audio
Content
Gaafii: Wuduun akkam ta’aa, osoo qaama jaanabdaa dhiqachuun duratti yoo dhiqadhee istinjaa godhadhe akkam? Eega qaama dhiqadhe ka’ee ni deebisaa istinjaa kiyya?     Deebisaa: Istinjaaf wudu’allee hin deebistu. Eega qaama dhiqattee geeffatte yoo duraan wudu’a geeffatte wudu’a keellee itti hin deebitu wudu’uni kee guutuudha.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned