Articles

969: yoo salaatu saffii eeysa dhaabbadhaa?

Gaafii: Nama tokko wajjiin yoo salaatu saffii eeysa dhaabbadhaa?     Deebisaa: Yoo nama tokkoon waajjiin salaa...

Aug 21, 2025
971: Hajjii fi niyyadhee umraa yoo raawwadhe akkami?

Gaafii: Akkamitti hajjii godhaa, umraallee kana dura ramadaana keessa godhee turee, umraa an godhe sanillee maaltu narra...

Aug 21, 2025
972: Somana qadaa bara dabree osoo hin baasin kan itti aanuu...

Gaafii: Soomana yeroo imaltuu keessa jirru osoo hin soomin soomni biraa dhufee narra dabree akkamiin ta’a?    ...

Aug 21, 2025
118: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?

Gaaffii: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?           Deebisaa: Yoo namni Dalag...

Aug 21, 2025
976: Qabeenya abbaa irraa dhabee nyaadhe, akkam godha

Gaafii: wallaalummaan horii namaa nyaadhee eegasii zulmii ta’uu baradhee amma abbaa isaa hin beekuu akkam godhaa?  ...

Aug 21, 2025
978: Salaatul Leeyiliin/ salaatni halkanii witrii malee ni t...

Gaafii: Salaatul leeyliin yoo salaatamtu witriidhaan wajjiin ka jedhantu jiraa witrii malee ka jedhantu jiraa akkamii? &...

Aug 21, 2025
775: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?   Deebisaa: Walumaa gala...

Aug 21, 2025
983: Dhiiraa fi dubartii ollaa keessatti walitti makamanii b...

Gaaffii: Warri tokko ollaa keenya; walitti laaqamanii dhiiraaf dubartiidhaan namuu dubartii isaa fudhatee dhaqee buna wa...

Aug 21, 2025
981: Salaanni Sunnaa hagam?

Gaafii: Salaanni sunnaa hagam?       Deebisaa: Salaanni waajibaa shanii, salanni sunnaan rasmiidhaan, raa...

Aug 21, 2025
985: Intala maatiin isii cufti Islaama hin tahin eenyutu Nik...

Gaaffii: Intalti takka yoo islaamte ka maatiin isii cufti islaama hin ta’in eenyutu nikaya isii godha? Gurbaa tokko fuud...

Aug 21, 2025
987: Salaata keessa du'aa'ii Afaan arabaatiin alatti godhuun...

Gaaffii: Yoo salaata kophaa kiyya salaatu keessatti du’aa’ii afaan oromootiin godhadhe akkamii namni tokkoo na wajjiin s...

Aug 21, 2025
121: Dhalaan diddibattee if tottolchuun akkami?

Gaafii: intalti dhalaa takka boonfachuun takkaahuu misiyaaja fuula dibachuun, nyaara, funyaan, hidhii godhachuun dhoorka...

Aug 21, 2025
949: Maallaqni xiqqaa ta’ee yoo namni tokko na biratti irraa...

    Deebisaa:   Amaanaan guddoo xiqqoo hin qabdu. Yoo namni waa si biratti dhiisee nama san agarte bakkumatti...

Aug 21, 2025
990: Umraa godheetiin guyyaa saddeetaffaa ka Zulhijjaa osoo...

Gaaffii: Umraa godheetiin guyyaa saddeetaffaa ka Zulhijjaa osoo mataa hin haaddatin Hajjitti dabree akkami?   &nbsp...

Aug 21, 2025
787: Nama nama goowwoomsu ykn kijibuuf malli maali?

Gaafii: Namni  tokko tokko nama goowwoomsa; gariin wama hin jirre irratti kijibaan kakuu guddisa. Kanaaf malli maali? &n...

Aug 21, 2025
994: Intala nikaha booda osoo waliin hin argin/rafin yoo hii...

Gaaffii: Intala takka yoo nikaha naa godhan, nikaha naa godhanii osoo waliin hin rafin osoo waluu hin argin yoo ka hiiku...

Aug 21, 2025
992: Ramadaan keessa dubartii isaatiin wajji rafe jaartii is...

Gaaffii: Namni tokko yoo Ramadaan keessa dubartii isaatiin wajji rafe jaartii isaa irrallee kaffaaratu jiraa?   &nb...

Aug 21, 2025
789: Jaarsa Adaadaa tiyyaa harka fuudhuun naaf hayyamamaa?

Gaafii: Nama tokko ka adaada tiyya fuudhe ufjalaa qabu yoo harka fuudhe akkami?   Deebisaa: Yaa gabritti Rabbii, wa...

Aug 21, 2025
995: Dubartiin Surree uffattee Soomuun akkami?

Gaaffii: Soomni keenya  baranaa kun akka malee shakkii na qabsiisee, ganda arabaa kana hojjannaa Arabni tun ta mataa laa...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 121 to 140 of 720 articles