949: Maallaqni xiqqaa ta’ee yoo namni tokko na biratti irraanfate, akkamiin godha?
Audio
Content
Deebisaa: Amaanaan guddoo xiqqoo hin qabdu. Yoo namni waa si biratti dhiisee nama san agarte bakkumatti deebisiif. Yoo namni sun gara kute wallaalte sadaqadhuuf, gaafa nama san arge ni kennaafii sammuu keessa kaayyadhu. Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned