Articles
105: Salaata keessa qubaan waa namatti himuun taatii?
Gaafii: Yoo salaata keessa namni natti dubbate yoo waa narraa fedhanii qubaan waa garsiise maal qabaa? Yoo...
964: Haqqisuun Soomana ni balleessaa?
Gaafii: Yoo eega soomaaf nyaadhee boodaa garaan na dhukkubee haqqeen na qabatee ji’a ramadaana ka na dhukkubee jennaan h...
106: Ruku’arratti salaata dhaqqabachuun akkam?
Gaafii: Yoo salaata ruku’a irratti dhaqqabadhe akkamii? Deebisaa: Yoo ruku’a irratti dhaqqabatte rakkoon h...
106: Hajjii namni deemuu fedhu, bakka kamirraa harramata?
Hajjii deemuu feenaa eessarraa harramu qabnaa suudii irraa fagoo jirraa, akka nuuf qopheeffametti yalamlamii, yalamlamii...
106: Walitti dhufeenyi dhiiraa fi haadha niitii isaa hanga y...
Gaafii: Namni tokko yoo intala takka fuudhe haati intala saniillee haadhuma isaati jedhamtii gaafa inni intala isii tana...
106: Takbiiraan salaataa akkam?
Gaafii: Takbiiraa salaataa akkam? Deebisaa:Tokko takbiiratal ihiraam jedhama wanni Sanaa gadii suna...
107: Wolitti makiinsi dhiiraa fi dhalaa hawaasa keenyaa kun...
Gaaffii: ilmi namaa tokko aadaa fi islaamummaa wolitti laaqanii dhiiraafi dhalaan wojji nyaachuun, wojji lulluuqachuu,...
107: Sharxiin nikahni intala takkaa itti godhamu maali?
Gaaffii: intalti dhalaa takka heerumuudhaaf sharxiin nikahni itti godhamu maali? Deeb...
107: Haasofni dheeraan ajnabii jidduu akkam?
Gaaffii: dhiiraa fi dhalaan kuni akkuma beekkamuttuu namni odoo wol hin fuune haasawa dheeraa wol jiddutti oofa a...
107: Dhiiraaf dhalaan rakkoof jecha mana wolitti kireeffatuu...
Gaaffii: rakkoo adda addaatu nama mudata dhiiraa fi dhalaa jiddutti , worreen jaarsaa jaartii tayanuu akkanumaatti worra...
108: zinaan gosa heddu qabdii?
Gaaffii: zinaan gosa heddu qabdii? Deebisaa: zinaan gosa heddu dhugaakkuma nabii ? keenya ib...
951: Soomana iddoo jireenyyaatiin alatti soommanuun ni tahaa...
Gaafii: Soommanni natti seenee zihaaraaf bakka biraa jiraa bakka duraa sanitti deebi’ee soommana kiyya guuttadha moo ak...
108: Intalti butamtee hamtuun itti dalagamte akkam?
Gaaffii: intala takka yoo namni butee fedhinnaan maletti hamtuu itti dalagan intala san maaltu irra jira? ...
108: zinaa dalaguu fi ilmoo ifirraa baasuu kamtu irra laaftu...
zinaa dalaguu fi ilmoo ifirraa baasuu kamtu irra laaftuudha? Deebisaa: zinaan min akbaril ka...
108: Intalti zinaan manatti dhalatte akkam?
Gaaffii : intalti takka yoggaa ilmoo takka dhalte ilmoon tuni maqaa eenyuutiin yaamamti? eenyuun dhaalti ? namni il...
105: Nama du’erraa umraa godhuun taatii?
Gaafii: Nama du’erraa yoo umraa godhe akkamii? Deebisaa: Nama du’erraa yoo umraa gootee ni ta’a hum...
109: Dhalaan if kennuu (if heerumsiisuu) dandeessii?
Gaaffii: intalti dhalaa takka yoo heerumuu feete if kennuu ni dandeessii ? wonni intala dhalaa takka heerumuu dhoorgu ho...
109: Jaarsa kiyya achi buutee dhabe; Nikaahn kiyya akkam tah...
Gaafii: Jaarsi kiyya bahee achumaan hafe. Bakka inni jiru hin beeku. Eega dhabamee ji’a tokko caalee jira. Kanaafuu nika...
733: Saahiba Kiristaanaa wajji ayyaana isaanii kabajuu
Gaafii: Ani hiriyaa intalaa qaba; intalti tun kiristaana; wajji nyaanna wajji dhugna, akka gaaritti wal jaalanna. Gaafa...
109: Hiikkaa irratti ragaan ni barbaachisaa?
Gaaffii: hiikkaa irratti ragaan ni barbaachisaa?, hiikkaan tuni yeroo qabdii? amata qabdii , baatii qabdii, guyyaa torba...