106: Takbiiraan salaataa akkam?

Audio
Content
Gaafii: Takbiiraa salaataa akkam?       Deebisaa:Tokko takbiiratal ihiraam jedhama wanni Sanaa gadii sunana jedhamaa, olka’uudhaafii gad jechuudhaaf sami’Allahu liman hamidaan kunillee cufti isaatuu takbiira.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned