964: Haqqisuun Soomana ni balleessaa?
Audio
Content
Gaafii: Yoo eega soomaaf nyaadhee boodaa garaan na dhukkubee haqqeen na qabatee ji’a ramadaana ka na dhukkubee jennaan harkumaanuu ufirraa haqqisiise taatuu ka ufiin haqqisaan na qabatte taatuu soomni kiyya sun akkamii? Deebisaa: Yoo si dhukkubee haqqisaan dirqiin ufumaa sirraa dhufe soomni kee hin badu yoo harkaan ufirraa baafte ammoo soomni kee ni bada. Daliila hadiisaattu jira ka Rasuulli Rabbii ? agarsiisan jechu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned