Articles

133: Dubartiin Heydii Irra Jirtu Qur'aana Akkamitti Qaraati?

Gaafii: Ani barsiistuu Qur’aanaati. Yeroo heydiin natti dhuftu Qur’aana harkaan hin tuqu. Qur’aana tuquun haraama, tafsi...

Aug 21, 2025
133: Nama beekkaan nama ajjeese hukmiin isaa maali ?

  Deebisaa Gabaabduu   Yaa Gabricha Rabbii! Dhiiraafii dhaalaattis nama ajjeesuun inuma mudata. Haata’u malee...

Aug 21, 2025
130: Nama Budaan shakkamu Akkam godhan?

Deebisaa Gabaabaa:   Ijji nama miidhuun dhugaa jirtu. Kun rakkoo dubartoota qofa bira jiru osoo hin taane, rakkoon...

Aug 21, 2025
130: Fira shira namarratti xaxu akkamitti wajji jiraatan?

Deebisaa Gabaabaa   Shira: namni ati foon kiyya yookaan ammoo fira natti aanu jettuun, kan hoggayyuu arrabaan sitti...

Aug 21, 2025
130: Waswaasa Salaata keessaatiif furmaanni maali?

Gaafii: Salaata keeysatti waswaasni hedduu na cinqe. Furmaanni maali?   Deebisaa Gabaabduu Namni tokkolleen ka wasw...

Aug 21, 2025
130: Jaartiin tiyya gali naan jettee ani dide, eegasii qaadi...

Gaafii: Jaartiin tiyya gali naan jettee ani dide, eegasii qaadii dhayxee nikaah ofirraa buuste. an isii tana hiikuuf dir...

Aug 21, 2025
722: Laa ilaaha illa Allaah jechuun maal jechu?

Hiikaa gabaabaa Laa = Hin jiru Ilaaha = Gabbaramaan Illaa = Malee Allaah = Allaah Yoo walitti deebisnu ‘Haqaan Gabb...

Aug 21, 2025
130: Foon Kiristaanni qale Nyaachuun hayyamamaa?

Gaafii: Yeroo tokko tokko hoteela seenanii waa nyaachuun ni jira. hoteela kiristaanaa seenanii nyaata foon qabu sooratuu...

Aug 21, 2025
130: Jaartii Faskii of goote (gaa’ela diigde) deebifachuun d...

Gaafii: Jaartiin tiyya bakka jirtu gaa’ela keenya Faskhii goote (diigde). Amma ammoo natti deebi’uu feetii danda’amaa?...

Aug 21, 2025
131: Jaartii xurii laguu irra jirututti ida'amuun akkamitti...

Deebisaa Gabaabaa Jaartii tiyya osoo isiin xurii laguu irra jirtu itti dabalamee, maaltu narra jira gaafii jedhutu dhiha...

Aug 21, 2025
131: Horii wayta qalan osoo hin du’in mataa irraa muruun akk...

Gaafii: Nu bira namoota tokkotu jira. wayta horii qalan osoo hin du'in mataa irraa muran. kun akkamitti laallama?  ...

Aug 21, 2025
131: Garbuu Oomishanii Warshaa Biqilaatti Gurguruun Hayyamam...

Gaafii: Obboleessi kiyya warshaa biqilaa keessa dalaga. Warshaan biqilaa kun ammoo biqila qopheessee warshaa biraatiif g...

Aug 21, 2025
135: Salaata Halkaniitiif Azaanni ni jiraa?

  Wanti Azaanni godhameef Beeysisa godhuufi. Muslimoonni Salaata Waajibaa Shananiif akka walitti dhufan beeysisuuf...

Aug 21, 2025
132: “Sadihiin Si Hiike” jechuun meeqatti lakkaawama?

Gaafii: Abbaan warraa jaartii isaatiin “Sadiiniin Si Hiike” yoo jedhe, hiikkaan sadan shari’aan hayyamu ni dhumata moo h...

Aug 21, 2025
133: Salaanni halkanii yoo nama dabre qadaa baasuun dirqamaa...

Gaafii: Namni tokko ka halkan salaatuu aadaa godhate, yoo salanni halkanii jala dabre salaata san qadaa ni baasaa? &nbsp...

Aug 21, 2025
133: Islaamummatti Seenuuf Masjiida Dhaquun Dirqamaa?

Gaafii: Dubartiin takka akki jettu ‘namni dhiiraa tokko irra deddeebiidhaan shahaadaa qabachuu barbaadaa masjiida na gee...

Aug 21, 2025
138: Osoo wal hin tuqin siree tokkorra buluun zinaa jedhamaa...

Gaaffii: Intala biyyaa baatee mana namaa hojjataa turte takka, bakka isiin hojjattuu baasee mana kiyyatti siree takka ir...

Aug 21, 2025
134: Qabrii Dhiquun akkamitti laallama?

Gaafii: Namni an biratti qaxaramee dalagu qabrii abbaa isaa kan masjiida moggatti ijaarame akka dhiqu na ajaja. Wanti ku...

Aug 21, 2025
134: Eega salaatee booda huccu tiyyarratti najisa arke

Gaafii: Namni tokko eega salaata nama salaachisee xumureen booda huccuu isaa irratti yoo najisa arge salaata san ni deeb...

Aug 21, 2025
135: Dubartoonni Yoo Jama'aan Salaatan Miilaan Wal Tuquu Qab...

Gaafii: Dubartootni yeroo tokko tokko jama’aadhaan salaatuu fedha ni qabu. Yeroo kanatti garuu saffii irratti faffaca’uu...

Aug 21, 2025
Showing 681 to 700 of 720 articles