Articles
134: Wayta buna dhaaban Libaanata/ixaana aarsuun akkamitti l...
Gaafii: Namootni hedduun wayta buna dhaaban ykn dhugan, Libaanata/ixaana aarsan. Ixaanni kun mi’aa buna sanii dabala jed...
134: Faatihaa qofaan Salaatuun ni gahaa?
Gaafii: Salaata Fardiis ykn kan Sunnaah keessatti Faatihaa qofa qara’uun yoo salaate ni gahaa? Deebisaa Ga...
923: Abbaan kiyya wanta hin hayyamamne naaf biti yoo jedhe m...
Gaafii: Abbaan kiyya ergaa na ergataa, ergaan isaa irra guddaa caatiidha yookan jimaa bituudha, sigaaraallee itti naa da...
996: Bishaaniin qaama qabbaneefachuun Sooma diigaa?
Gaaffii: Ramadaan dabre kana keessa soomuu dadhabneeti birdilibsitti bishaan guunnee mataa irra kaayannee akkasitti soom...
812: Qabrii gubbaa muka dhaabuun ni tahaa?
Gaafii: Mukni qabrii gubbaa dhaaban nama du’eef rahmata kadhata je’anii akkami dubbiin tun? Deebisaa: Qabrii haa...
134: Eega heydii dhiqadhee booda dhiiga ofirratti arge
Gaafii: Dhiiga heydiirraa qulqullaayee dhiqadhee eega xahaarfadhee ibaadaa jalqabeen booda dhiiga ofirratti arge. Maal g...
134: Osoo janaabaa hin dhiqatin manaa bahuun dilii qabaa?
Gaafii: Jaarsaa fi Jaartiin walitti dabalamanii eega janaabayaniin booda, osoo qaama hin dhiqatin janaabuma saniin gara...
138: intala fuudhuu fedhan maal isii laalan?
Gaafii: Namni tokko intala fuudhuu fedhu yoon laallate akkami? Deebisaa: Namni dhiiraa intala fuudhuuf bar...
814: Garaagaraummaan Qur’aan qara'uufi dhaggeeffachuu maali?
Gaafii: Namni Qur’aan qara’uufii dhageeffatu akkuma tokko moo waldhaba? Deebisaa: Waa hunda dura wanni bee...
790: Azaana Maghribaa ykn Ishaahii dura sunnaa salaatuu niin...
Gaafii: Azaana Maghribaa takkaahuu azaana Ishaahii dura sunnaa salaatuu ni danda’aa? Deebisaa: Sunnaan Maghribaa...
818: Namni wajjiin nyaanne haqni isaa yoo natti dabre akkami...
Gaafii: Nama tokko obboleeyyummaan wajjiin dalagna, wajjiin galla, maallaqa walitti laaqqannee nyaannee wajjiin dhugna....
134: Mallaqa Biyya Alaatti Liqeeffadhe Yoo Biyyatti Gale Akk...
Gaafii: Biyya alaatti mallaqa yoo namarraa liqeeffatan gaafa biyyatti galan mallaqa kam deebisan? Deebisaa...
130: Haqa Abbaafi Jaarsaa keessaa kamtu irra gudda?
Deebisaa Gabaabaa Yaa Gabrittii Rabbii; Ati bultii jaartee yoo qabaatte, wanni Rabbiin dirqama sirratti godhe bul...
135: Heydii akkaan dheerattee daangaa dabartu akkam godhan?
Gaafii: Heydii akkaan dheerattee daangaa dabartu akkam godhan? Akkasumas yeroo takka takka ammoo guyyaa lamaa fi sadi q...
135: Sunnaan Salaata Subhii Akkamitti Salaatama?
Salaanni Subhii sunnaa raka’aa lamaa qaba. Sunnaan kun osoo salaanni subhii hin gahin dura salaatamuu qaba. Namni...
134: Eega Salaatatti Seenanii Booda Niyyaa Jijjiiruun Danda'...
Gaafii: Namni tokko salaata Asrii osoo hin salaatin dura niyyaa sunnaa salaatuutiin masjiida seenee imaama fardii salaat...
135: Namni Manaamaan Qunnamtii Saalaa Godhe Qaama Ni Dhiqata...
Deebisaa Gabaabduu Dhiiraafi Dhalaanis yoo manaamaan qunnamtii saalaa godhan, hukmiin isaanii haala lamaan laallama. &nb...
136: Kaardii Mobaayilaa 1 bitee dogongoraan 2 naaf kenne. ma...
Yoo Kaardiin sun lama tahuu hogguma inni siif kenne san kan beektu tahe, badii hojjattee jirta. Kanaafuu galchuu...
925: Guyyaa Ramadaana Haadha warraa osoo hin tuqiin waliin r...
Gaafii: Yoo an jaartii tiyyaan wajji rafe guyyaa Ramadaanaa ka isii hin tuqin hirribuma nagayaa calla waliin rafe maal q...
131: Dubartiin azaanachuu yookaan iqaamachuu dandeessii?
Deebisaa Gabaabduu Ulamaa’iin harki caalu dubartiin azaanachuus tahee iqaamachuu hin qabdu jedhan. Sababaa...