790: Azaana Maghribaa ykn Ishaahii dura sunnaa salaatuu niin dandayaa?
Audio
Content
Gaafii: Azaana Maghribaa takkaahuu azaana Ishaahii dura sunnaa salaatuu ni danda’aa? Deebisaa: Sunnaan Maghribaan duratti hin jiru, Ishaaii durattillee hin jiru. Yoo masjiida ol seentee akkanumatti sunnaa sunneeffadha jette humaa hin qabu. Maghribaan boodatti garuu sunnaan ni jira. Ishaaii boodas ni jira. Salaata shanan keessatti kudha lamatu jiraa kudha lamaan keessaa tokko ka Ishaaii boodaatiifi ka Maghriba boodaati. Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned