Articles

948: Adeerri Nikaha namaaf hidhuu danda'aa?

Gaaffii: Eeysumni kiyya haadha tiyyaan “ati bar nikaahaan kee guutuu mitii, gabbarallee hin kenninee” haadha tiyyaan akk...

Aug 21, 2025
950: Zakaa fixriidhaa geelee tiyyaa kennuu ni danda’aa, takk...

        Deebisaa:   Namni tokko zakaa fixrii namarraa kennuun yoo namni tokko dadhabbii qabaate, yoo...

Aug 21, 2025
952: Intala takka warri guddifate Nikaha godhuufii ni dandah...

Gaafii:  Intala dhalaa takka ta namni guddifate abbama fedhe haa ta’uu garuu abbaan hin jiru, obboleeyyan wajjiin dhalat...

Aug 21, 2025
825: Dhalaan eega takka seera cabsitee ala baate maal godhuu...

Gaafii: Eega dhalaan ala bahuun haraam taatee maaltu nurratti jira? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, ala bahuu kana ka ha...

Aug 21, 2025
955: Qabrii akkamitti salaamatna?

Gaafii:  Namni kun hoggaa qabrii bira dhaqe warra qabrii keessa jiran irratti salaammataa; namni nama keessaa qabu nama...

Aug 21, 2025
827: Warri intalaatiifi gurbaa walgahee du’aa’ii godhuudhaan...

Gaafii: Naafi gurbaan tokko wal jaalanneeti warri gurbaa warra keenyatti dhaqanii walgaafatanii duaaii nuuf godhanii add...

Aug 21, 2025
959: sujuuda irraanfachuun akkam?

Gaafii:  Namni tokko sujuuda tokko irraanfatee yoo irraa ol ka’e, eega ol ka’ee ammoo yoo yaadate maal godhuu qabaa? &nb...

Aug 21, 2025
963: Janaabaa osoo hin dhiqatin Salaatuun ni tahaa?

Gaafii: Yoo warra kiyya waliin rafee itti qanani’ee ka an osoo hin dhiqatin natti azaaname janaabaa sani ittumaanin sala...

Aug 21, 2025
966: Nama muslimaa warra amantaa Islaamaa hinqabne waliin ji...

Gaafii: Akkamitti orma islaamaa tokko gargaaruu dandeenyaa yoo ormi islaamaa sun ummata islaama hin ta’iniin wajjiin kar...

Aug 21, 2025
968: Abbaa kiyya irraa qabeenya akaakoo kiyyaa dhaalaan qood...

Gaafii: Yoo akaakayyuun kiyya horii inni dhiisee deeme abbaa kiyya wajjiin naa dhaame shari'aan maal qabdi? Akiyyatu na...

Aug 21, 2025
975: Namni tokko haqqii tiyyaa yoo nadhoorkate horii isaa na...

Gaafii: Nama tokko bira dalageetiin horii na dhoowwatanii horii ani isaan bira kaayadhe. Ammoo horiin isaanii waan na bi...

Aug 21, 2025
977: Namni tokko manaamaan dubartii waliin rafee ganama b...

Gaafii: Yoo namni tokko manaama keessa waan dubartii waliin rafe itti fakkaatee ganama yoo bishaan dhabe akkam ta’a? &nb...

Aug 21, 2025
988: Hawaasa waliin jiraachuuf jecha ajnabiyyaa harka fuudhu...

Gaaffii: Nama ajnabii waliin mee akkam taana; gaafa biyyatti gallu rakkoo adda addaattu nu mudachutti jiraa maal taanaa...

Aug 21, 2025
898: Taraawiha jiddutti haasayuun ni dhoorkamaa?

Gaafii: Taraawiha jiddutti dubbachuun akkami? Taraawiha jidduu jechuun kiyya Raka’a lama lamaan salaatani yoo salaama ba...

Aug 21, 2025
982: Akka Rabbi ilmoo namaa kennu Salaata nazrii ufirra kaah...

Gaafii: Akka Rabbi ilmoo naa kennuuf jecha salaata tirfii ufirratti qodhaa godhee, salaata ufitti nazare kana eegasii qa...

Aug 21, 2025
984: Wudu'atanii qaama dhiqachuun rakkoo ni qabaa?

Gaaffii: Yeroo qaama dhiqannu dura wudu’atanii qaama dhiqatan jechutu jiraa; yeroo qaama dhiqatan kana ammoo namni saala...

Aug 21, 2025
731: Wayta Roobaa Salaata Walitti Qabanii Salaatuu

Gaafii: Sababaa Roobaatiif jecha gandi nu keessa jirru kun salaata lama walitti qabnee salaanna, hukmii Shari’aa keessa...

Aug 21, 2025
989: Nama du'e eega awwaalamee booda qabrii isaa irratti ni...

Gaaffii: Ziyaaraan qabrii abbaa ziyaaran akkamii? Qabrii abbaa zihaaruun ni taati akkasuma irratti salaatuun ni taatii? ...

Aug 21, 2025
991: Namni tokko nahamatte jedhee yoo na se'ate, Soomni kiyy...

Gaaffii: Intalti takka na hamatte naan jettee abbaa manaaa isiitti na himattee abbaan manaa kiyyallee  maaliif isiidhaan...

Aug 21, 2025
929: Dubartii haraamaan waliin bulan guyyaa lammataa nikaha...

Gaafii: Intala takka fuudhee, intala ani fuudhe tana halkan tokko eega an waliin bultee, guyyaa lammataa abbaa isiitti t...

Aug 21, 2025
Showing 441 to 460 of 720 articles