898: Taraawiha jiddutti haasayuun ni dhoorkamaa?
Audio
Content
Gaafii: Taraawiha jiddutti dubbachuun akkami? Taraawiha jidduu jechuun kiyya Raka’a lama lamaan salaatani yoo salaama baafatan namaan walitti haasawuun ni ta’aa? Deebisaa: Wamaa wanni dhoowwe hin jiru. Salaata tokko salaatanii yoo salaama baafatan salaata lammaffaa hanaga hin seeniniin dura haaswuun huma Rakkoo hin qabu. Bakka jijjiirachuu yookan haasawuu shari'aan hayyamtee jirti. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned