Articles

911: Hukmiin maallaqa/horii dubartii maatii irraa fagaattee...

Gaafii: Horiin dubartiin biyya Arabaa jirtu/teessu dalagdu haraamaa hajjii dhaqaniinillee, umraa, sadaqatanillee hattaa...

Aug 21, 2025
819: Haqa abbaa irraa qabaniif ka ilmaa fudhachuun ni tahaa?

Gaafii: Namni tokko horii akkanaa fuudhii magaalaa geessii naaf gurguri je’ee gurguree mallaqa san naaf kenni jennaan hi...

Aug 21, 2025
817: Namni wudu’a shakke maal godha?

Gaafii: Namni tokko yoo wudu’a keessatti wuduu’ni kiyya kun hin taane je’ee shakke maal godhuu qaba?     Deebi...

Aug 21, 2025
918: Qur'aana Afaan Arabaatiin ala afaan birootiin qara'uun...

Gaafii: Qur’aana kana yoo afaan Arabaatiin qara’uu dadhabee Afaan ingiliffaatiin qara’adhee afaanuma ingliffaatiin hadii...

Aug 21, 2025
854: Ijoollee nama aalimaa bira geessanii shahaadaa qabsiisu...

Gaafii: Ijoollee dhalatte fuudhanii sheekhatti ykn kabiiratti geessanii shahaadaa qabsiisuun maali?   Deebisaa: Ijo...

Aug 21, 2025
834: Dubartiin nikaaha if hidhuu ni dandeessii?

Gaafii: Obboleettiin teenya takka akka jettutti, akkanumatti matuma ufiitiin kaatee gurbaa tokko jala deemtee if heerums...

Aug 21, 2025
820: Ajnabii wajji Whatsapp irratti Qara’uun akkami?

Gaafii: Dhalaaf dhiirti karaa whatsap garee takka keessatti qara’uun akkami rakkinna qabdii?     Deebisaa: Yaa...

Aug 21, 2025
822: Dubartoota biyyaa bahan khayriin isaan dalagan irraa qe...

Gaafii: Warreen  Sumayyootaafi Bilaalotaa kun Islaamummaa kaddamaa jiranii garuu warra biyyarraa daangaa cabsee dhufee,...

Aug 21, 2025
946: Salaata yeroo xumurru akkamitti salaamatna?

Gaafii:  Namni tokko hoggaa salaata fixatu imaama boodaan hoggaa jiru gariin namaa imaamaan wajji salaammataa akkaataan...

Aug 21, 2025
111: Yoo faamiliin intalaa qofti natti heerumsiisan rakkoo...

Gaaffii : yoo faamiliin intalaa qofti natti heerumsiisan ka faamiliin kiyya keessa hin jirre rakkoo qabaa?    ...

Aug 21, 2025
836: Garaagaruummaan waajibaataafi arkaana salaataa maali?

Gaafii: Waldhabbiin waajibaataa salaataatiifi arkaana salaataa maali?   Deebisaa: Salaanni shuruuxa shan qaba. Waaj...

Aug 21, 2025
838: Dhalaa dalgaaf biyyaa baate fuudhuun ni tahaa?

Gaafii: Dhalaa dalagaaf biyyarraa dhufte fuudhuun kun akkami?   Deebisaa: Dhalaan dalagaaf ala baate daangaa cabsit...

Aug 21, 2025
840: Zakaa yoon nama hedduuf adda qoode akkami?

Gaafii: Zakaa narratti wajjabame yoo nama kudhaniif qoode akkami?    Deebisaa: Zakaa nam kudhan qofaaf yoo hire jec...

Aug 21, 2025
843: Zakaan qabeenya hammam takkarraa baafama?

Gaafii: Zakaan hangam takkarraa baafama, lakkoofsi hoo eeysarraa eegalama?   Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii; walumaa...

Aug 21, 2025
779: Peepsiifi kookaa dhuguun haraamii?

Gaafii: Biyya Sauudi Arabiyaa keessatti peepsii, mirindaa, kooka koollaafii waan dhugamu cufaahuu haraam godhanii dhoork...

Aug 21, 2025
782: Yoon attahiyyaata duraa irraanfadhe maal godhuu qaba?

Gaafii: Salaata Maghribaa salaateetiin attahiyyaata duraa irranfadhee osoon niin sujuuda je’uu salaata kiyya fixe. &nbsp...

Aug 21, 2025
847: Namni soomana cabse maal godha?

Gaafii: Namni tokko yoo soommana keessa nyaate takkaahuu dhuge maaltu isarra jira?   Deebisaa: Namni tokko yoo irra...

Aug 21, 2025
863: Ijoollee akka obboleeyyaniitti wajjiin guddannerraa ni...

Gaafii: Abbootiin teenya namoota isaan Rabbiif jecha waljaalatantu jira; fakkeenyaaf biyyatti akka maatiitti, akka ollaa...

Aug 21, 2025
865: Fixrii namni namarraa baasuun ni tahaa?

Gaafii: Eega biyya Arabaa dhufee waggaa afurii fixrii Ramadaanaa kafiiluma kiyyatu narraa baasa. Atuu nama narratti waaj...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 41 to 60 of 720 articles