836: Garaagaruummaan waajibaataafi arkaana salaataa maali?

Audio
Content
Gaafii: Waldhabbiin waajibaataa salaataatiifi arkaana salaataa maali?   Deebisaa: Salaanni shuruuxa shan qaba. Waajibaata saddeet qaba. Arkaanni salaataa kudha afuri. Waajibaata jechuun waan salaata keessatti yoo beekaa dhiifte salaanni badu, yoo irraanfiin dalagde ammoo sujuudussahwiitu bakka bu’a. Arkaanni ammoo beekaan dalagdu, wallaalaan dalagdu, irraanfiin dalagdu, kudha afur keessaa tokko yoo dhiifte salaanni kee baaxila. Kana cufa asitti lakkaahuuf waan yeroo hin qabneef jecha bikka ulamaa’iin jirtutti dhihaadhuutii baradhu.     Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned