838: Dhalaa dalgaaf biyyaa baate fuudhuun ni tahaa?
Audio
Content
Gaafii: Dhalaa dalagaaf biyyarraa dhufte fuudhuun kun akkami? Deebisaa: Dhalaan dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee wahi kafartee? Yahuudaa wahi taatee? Nasaaraa taatee? Yoo ka akkasitti fudhattu taate tawbadhu. Intalti dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee intala Muslimaatii halaali. Qabxima tanallee obboleeyyan tee dhalaa Muslimaatti yaaduun kee dogongoraa Rabbi siif haa araaramu. Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned