Articles

728: Sunnaa Wudu’aa eega bishaan wudu’aa namarraa gogee bood...

Gaafii:  Yoo wudu’adhee bakka hojjadhutti osoo sunnaah wudu’aa hin salaatin na yaamanii deemee saa’aa takka booda yoo dh...

Aug 21, 2025
867: Sadaqaa abbaa kiyyaaf godhuun akkami?

Gaafii: Yoo biyya kiyyatti galee qalee nyaachisee abbaa kiyyaaf sadaqaa niyyadhe sadaqaan sun ni taatii?   Deebisaa: Ilm...

Aug 21, 2025
775: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?   Deebisaa: Walumaa gala...

Aug 21, 2025
870: Salaataan alatti sujuuduun ni tahaa?

Gaafii: Namoonni tokko salaata salaatanii eega fixan booda osoma namni azkaara qara’utti jiruu waliigalanii sujuuda bu’a...

Aug 21, 2025
871: Namni tokko ka intala takka karaa haraamaatiin itti dhu...

    Deebisaa: Ulamaan islaama seera kaayanii jirani. Namni tokko yoo dubartii takka karaa nikaha hin qabneen w...

Aug 21, 2025
873: Hilleentiin ni nyaatamtii?

Gaafii: Hilleentiin nyaatamtii?   Deebisaa: Ee halaalaa ni nyaatamti. Shariaan hayyamee jiraa waa takka rakkoo hin qabu....

Aug 21, 2025
784: Sujuuda keessatti du’aa’ii adda addaa jechuun hayyamama...

Gaafii: Yeroo salaataaf Sujuudu yoon du'aa'ii Rabbiighfirlii zanbii kullahuu, diqqahu, wajillahuu jettuun kadhadhe naaf...

Aug 21, 2025
874: Intala guddisan nikaaha godhuun dandayamaa?

Gaafii: Intala takka namni abbaa hin tahin yoo guddise, nikaaha namaaf godhuu ni danda’aa?   Deebisaa: Yoo sabiyyummaa i...

Aug 21, 2025
878: Namni salaata lama walitti qabe, yoo nama salaatutti dh...

Gaafii: Namni tokko salaata hoggaa imaltuu deemee walitti qabu takkaahuu biyyuma jiru keessatti osoo karaa dheeraa deemu...

Aug 21, 2025
890: Hoggaa Soomana furan du'aa'iin godhan ni jirtii?

Gaafii: Hoggaa furan duaaiin jedhan ni jirtii?   Deebisaa: Nama biratti furtuus, ofiifillee hoggaa furtuus wanni je...

Aug 21, 2025
880: Namni Kiristaanaa yoo Qur’aana kiyya harkaan tuqe maalt...

Gaafii: Makiinaa takka nama hedduu waliin korree Qur’aana harkaa qabu makiina keessatti irranfadhee bu’e. Namni na cinaa...

Aug 21, 2025
954: Dhiiraa fi dhalaan eega Zinaa walirratti dalaganii bood...

Gaafii:  Gurbaan tokkoof intalti takka sagaagalummaa yoo walitti hojjattan fuuni jara lamaanii kun danda’amaa?   &n...

Aug 21, 2025
884: Tasbiiha tasbiin godhuun akkami?

Gaafii: Namni hoggaa salaata irraa bahe tasbiiha godha; gariin namaa tasbeen godha; gariin qubaan godhaa kamtu irra caal...

Aug 21, 2025
892: Namni manaa bahu du'aa'ii fulaa kamitti kadhata?

Gaafii: Du’aa’ii manaa bahaniifii du’aa’ii mana seensaa yoo kadhannu akkuma beektan du’aa’ii yoo manaa baanuu bismillaah...

Aug 21, 2025
893: Namni fatwaa dhagaye tokko irraa ka'uun nama biraatii f...

Gaafii: Waan fatwaa irraa dhaggeeffannu kana, faayidaa fatwaa irraa fudhannu kana dabarsinee nama biraatii fatwaa godhuu...

Aug 21, 2025
894: Haqa abbaa kiyyaatu dursa moo haqa jaarsa kiyyaattu dur...

Gaafii: Amrii ilmoo tiyyaa abbaa kiyyatu harkaa naa qabaa, aniif gurbaan tokko wal fuunee eegasii adda baanee ilmoo tokk...

Aug 21, 2025
901: Janaabaan intala muslimaa fi intala kaafiraa irraa nama...

Gaafii: Janaabaan akkamii ? janaabaan intala muslimaa irraa nama tuqeefii janaabaani intala kaafiraa irraa nama tuqe akk...

Aug 21, 2025
903: Namni adaadaa/haboo tiyya fuudhe ana hoo fuudhuu ni dan...

Gaafii: Namni adaadaa tiyya fuudhe yookii haboo tiyya fuudhe sani booda na fuudhu ni danda’aa?     Deebisaa: W...

Aug 21, 2025
904: Namni jawwaala harkaa qabu ka qur’aana ittiin qara’utti...

  Deebisaa: Diliin sitti dhaqabu hin jiru. Jawwaalli jawwaalaa qur’aanni qur’aana. Kanaafuu kitaabuma qur’aanatuu t...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 61 to 80 of 720 articles