Articles

851: Salaata afur walitti qabuun ni tahaa?

Gaafii: Salaata afur guyyatti yoo walitti qaban akkami?   Deebisaa: Rakkoodhaaf yoo taate, salaata lama lamatti wal...

Aug 21, 2025
137: Harka bitaatiin tasbiiha godhuun hayyamamaa?

  Nabiin keenya waan hunda keessatti mirgaan eegaluu jaalata. Kophees haa tahuu huccuufi tasbiiha, nyaataa fi waan...

Aug 21, 2025
136: Bishaan qofaan istinjaa godhuun tahaa?

  Istinjaan bifa lamaan godhama. Kan duraa bishaan qofaan dhiqachuudha. Kan lammataa wanta gogaa akka dhagaa, baala...

Aug 21, 2025
137: Nama raagu bira dhaqanii dawaa fudhachuun akkamitti laa...

Gaafii:  namni tokko warra waa raagu, warra barjee dalaguu fi warra sihrii dalagu bira dhaqee dawaa yoo fudhate maaltu i...

Aug 21, 2025
133: Salaata keessa dhimma duniyaa yaaduun salaata ni ballee...

Gaafii: Yoo namni tokko si dallansiisee dallansuu saniin salaatatti seente, wanti sun salaata keessa si dura deddeemuun...

Aug 21, 2025
137: An irraa turraan qaadiin nikaaha buuse

Gaafii: intala takka nikaaha naaf godhanii, osoo aruusa hin seenin irraa ture. An irraa turraan maatiin isii qaadii bira...

Aug 21, 2025
138: Salaata Duhaa yeroo akkam salaatan?

Gaafii: Salaata duhaa salaatuu fedhaa, yeroon isaa yeroo akkami?     Deebisaa: Salaatni duhaa ganama yeroo adu...

Aug 21, 2025
751: Salaamtaa Kattabiin namaa erguun akkami?

Yoo barruudhaan katabanii erganis, bakka barruudhaan katabanii erguun dirqama taatutti bakka namni walbira hin jirre jec...

Aug 21, 2025
100: Qabeenyi haadha warraa waliin argatan, yoo wal hiikan a...

Gaafii: Niitii tiyya wajjiin dalagaa dalagnee horii argannee eega horii arganneen booda na hiiki naan jette yoo ka hiiku...

Aug 21, 2025
753: Qabeenyi namaa yoo na bira jiraatee abbaa dhabe akkam g...

Gaafii: Geeleen tiyya takka huccuu amaanaa na biratti dhiiftee eega dhabamtee amata tokkoofi wayii maal godhuutu narra j...

Aug 21, 2025
139: Zakaa obboleessarratti baasuun danda’amaa?

Gaafii: An hojii qaba. Waan carraaqqadhu kana keessaa zakaa obboleessa kiyyaaf kennuu danda’aa?     Deebisaa:...

Aug 21, 2025
111: Intalti abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa jala dabarte...

Gaaffii: intalti tokko abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa tokko jala dabartee abbaan isiillee irraa dhoowwee dadhabee akk...

Aug 21, 2025
140: Du'aa'iin sujuuda sahwii keessatti jedhan tami?

Gaafii: Sujuuda Sahwii (Sujuuda irraanfii) keessatti du’aa’iin ykn zikriin jedhamtu maali?     Deebisaa: Du’aa...

Aug 21, 2025
140: Ummanni Nabi Muhammad SAW dura turan shahaadaa akkamitt...

Gaafii: Nuti arraan tana arkaana islaamummaa kan duraa ‘laa ilaaha illallaah Muhammadan rasuulullaah’ jenna. Warri dur h...

Aug 21, 2025
140: idaa nama du'erra jiru akkamitti deebisan?

Gaafii: Abbaan Warraa kiyya Amaanaa namni isarraa qabuu fi kan inni nama irraa qabus akka too’attu galmee cufa haadha is...

Aug 21, 2025
115: Warra osoo dubra hin taane akka durbaa uf goggodhan ak...

Gaaffii: Warra osoo dubra hin taane kiyaanaadhaan an dubra ufiin jedhanii akka biraa uf goggodhan akkami?   Deebi...

Aug 21, 2025
754: Haadhaafi abbaa kiyyarra eenyuun irra gargaaruu qaba?

Gaafii: An haadhaafi abbaa qaba. Haadhaa abbaan koo waldhabanii addaan yaa’aanii isiinillee heerumtee innillee fuudhe. B...

Aug 21, 2025
755: Ramadaan keessa soomana furuun akkami?

Gaafii: Ramadaan keessa soomana fure garuu sunillee baxraanummaa kiyyaani malee waa rakkoon akkasii narratti hin jirtu....

Aug 21, 2025
756: Qur’aana qubee Afaan Oromootiin katabuun ni dandayamaa?

Gaafii: Qur’aana nin jaaladhaa garuu Qur’aanni kun hedduu na dhiba, tanaaf jechaa Afaan Oromootiin yoon barreeffadhe maa...

Aug 21, 2025
143: Gabbarri hukmii shari'aatti akkami?

Gaaffii:  Ummanni keenna Aadaa godhatee Yeroo fuudhaa fi heerumni gahe Dubartii tanaaf Gabbara gaafatan. Yoo gabbara kan...

Aug 21, 2025
Showing 581 to 600 of 720 articles