111: Intalti abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa jala dabarte akkam?
Audio
Content
Gaaffii: intalti tokko abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa tokko jala dabartee abbaan isiillee irraa dhoowwee dadhabee akkamii? Deebisaa: yoo abbaan irraa dhoowwuu dadhabee haga danda'u tattaafatee jedhe, maasiyaa fi diliin isiidhuma irratti deebi'a malee gara biraa hin deemu Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned