Articles
141: Azkaara Salaata waajibaa boodaa yeroo biroo yoo qara’e...
Gaaffii: Azkaara Salaata waajibaa shanan boodaa yeroo salaataa dhiisee, yeroo biraa yoo qara’e maal rakkoo qaba ? ...
141: Adurreen salaata ni balleessitii?
Gaafii: Yeroo salaatu bashoon (adurreen) narra naannoytii salaatni sun akkami? Deebisaa: Ergamaan Rabbii S...
142: Dubartiin hoggaa jaarsi irraa du’e, guyyaa hagamiif guf...
Gaafii: Dubartiin hoggaa jaarsi irraa du’e, guyyaa hagamiif gufufachuu qabdi? Deebisaa: Abbaan manaa, haadha mana...
142: Doktora dhiiraa harkatti dhaluun hayyamamaa?
Gaafii: Akkuma beekkamu hospitaala hedduu keessatti dhiiraatu nama dhalchiisa. Dhiirti owraa dhalaa arkuun sun akkami? &...
842: Dhalaa biyyaa baatee hojjattu sadaqaan irraa ni qeebala...
Gaafii: Dhalaalee biyyarraa dhuftee as keessa hojjattu tana sadaqaan irraa ni qeebalamtii? Deebisaa: Yaa gabricha...
142: Soomana sunna walitti dhaabanii Soomanuu
Gaafii: An Soomana Isniina (wiixataa) fi Khamisaa aadaa godhadheetiin jira. Guyyoota biroo hoo itti dabalee soomanuu dan...
103: Waan of dura dhufu beekuun shirkitti laakkawamaa?
Gaafii: Yoo keeyrii takka argachuuf keeyriin wayii natti dhihaatte, faraja wayii Rabbi naaf fiduuf deemu ni gammadaa, yo...
142: Jaarsi kiyya abbaa kiyya akka hin gargaarre na dhoorke
Gaafii: Anii fi Abbaan mana kiyyaa wal jaalannee wal fuune. Osoma waliin jiraannuu, ani al akka takka haadhaa fi abbaa k...
143: Aqiiqaa daa'imaa haadha moo abbaatu baasa?
Gaafii: Ilma tokko qaba. Ilma kana aqiiqaan narra jirti moo Abbaa irra jirti? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabb...
845: Nama du’etti dhaammachuun ni tahaa?
Gaafii: Namni garii akka waan namni du’e fira isaa, aanaa isaa ka dur dabre bira dhaquutti maytaa/reefka/reeffa b...
758: Qadaatu narra jiraa garuu na dhukkubaa akkamiin godha?
Gaafii: Ramadaana keessa dahee garuu fayyaa dhabee haga Ramadaanni kuun dhufuttis hin fayyinee maaltu narra jira?  ...
143: Namni mana na wajji kireeffate muuziqaa dhageeyfata
Gaaffii: Hiriyaa qaba kan mana tokko kireeffannee waliin gallu. Namni kun guyyaa takka qur’aana Rabbii dhaggeeyfatee hin...
846: Huccuun hoggaa umraa godhan uffachuun dhoorkaa maali?
Gaafii: Dhalaan hoggaa umraa gootu kophee tama agarte uffattee umraa gootii? Kophee cufaadhaa ufirraa dhiifti moo...
864: Waan harka bitaatiin dalagame nyaachuun ni tahaa?
Gaafii: Namni tokko tokko harka bitaatiin waa dalaga. Dubartiin midhaan hojjattus, hujii hojjattus harka bitaatiin hojje...
866: Namni haxxiffate nama haadhaafi abbaan maqaa kaasan je'...
Gaafii: Yoo namni tokko haxxiffate, haxxishoo tana keessatti namni tokko tokko ni hoodata, maal jennaan namni haxxiffatu...
888: Anbiyoota meeqatu Aadamiifi Nuuh jidduu jira?
Gaafii: Anbiyoonni nama meeqaatu abbaa keenya Aadamiifi Nuuh jidduu jira? Deebisaa: Abbaan keenya guddaan Aadam a...
730: Mallaqaaf Jecha Eessuma kiyyaan wal dhabe.
Gaafii: Eessuma kiyyatu na guddisee, abbaan kiyya ganamaan narraa du’ee. Abbaa kiyya hin beekuu. Tanaaf jecha eessuma ki...
872: Nama imaama boodaan ol ka’etti hidhachuun ni tahaa?
Gaafii: Nam tokkootu salaata attahiyyaata boodaa irratti dhaqqabee imaamatti hidhate. Imaamni salaama baafatee jennaan o...
889: Dhalaan akka dhiiraa rifeensa haquu ni dandeessii?
Gaafii: Intalli dhalaa takka akka dhiiraatti mataa irra haquu ni dandeessii? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, wald...
875: Sha’baana guyyaa 15ffaa khayriitu argama jedhanii akkam...
Gaafii: Sha’baana keessa guyyaa 15tti khayritu argama, Rabbiin namaa araarama jedhanii, warri gariin da’iifa jedhaa mee...