Articles

109: Namni tokko yeroo meeqa hiikuu dandaya?

Gaaffii: namni tokko yoo worra isaa hiikuu fedhe yeroo meeqa hiikuu dandaya? Takkaahuu hiikkaa jechuun bakka meeqatti qo...

Aug 21, 2025
110: Sadeeniin si hiike jedhee deeffachuu ni dandayaa?

Gaaffii: namni tokko yoo jaartii isaatiin ani sadeeniin si hiike jedhe deeffachuu ni dandayaa?       &nbs...

Aug 21, 2025
110: Hiikkaan isa keeysatti dhalaan deeffachuu hin dandeenye...

Gaaffii: hiikkaan isa keeysatti dhalaan deeffachuu hin dandeenye ni jiraa?           Deebisaa:...

Aug 21, 2025
110: Intalti dhalaa takka jaarsa isii diinsaa jibbitee na hi...

Gaaffii: intalti dhalaa takka jaarsa yoo jibbite diinsaa haala isaa yoo if irraa na hiiki jetteen rakkinni isiin qabdu b...

Aug 21, 2025
110: Jaarsaa jaartiin wol hiikanii mana tokko kheeysa jiraac...

Gaaffii: namni tokko yoo wol hiike jaarsaa jaartiin mana tokko kheeysa jiraachuu ni dandayaa?       &nbs...

Aug 21, 2025
107: Seerri Laa Ilaaha Illallaah jechuudhaa maali?

Gaafii: Akkuma laa ilaah illallaah jedhaniin laa ilaaha illallaah namaa fayyaa taati moo sila laa ilaah illallaah tunuu...

Aug 21, 2025
110: Qur'aana gubuun akkam?

Gaaffii : worri an bira dalagu quraana gubi naan jedhanii anilleen gubuu didee dirqiin na gubsiisanii maali hukmiin ? &n...

Aug 21, 2025
110: Wudu’a wal keessa laaqaa wudu’achuun akkam?

Gaaffii : yoo wuduu'a wolitti daddabalee wolkeessa daddabarsee kaan harka lama dhiqadhee, fuula tokko fa'a dhiqadhe maal...

Aug 21, 2025
110: Ramadaana keessa of tuttuqee maniyyiin narraa bahe akka...

Gaaffii: yoo maniyyiin narraa bahe ramadaana keessa qaama kiyya tuttuqee jennaan narraa bahee maaltu narra jiraa?  ...

Aug 21, 2025
111: Namni intala dubrummaa isii inni fuudhe dhabe akkam q...

Gaaffii: yoo namni tokko intala fuudhee dubra jedhanii itti heerumsiisanii dubrummaa isii inni fuudhe dhabe akkam qabaa?...

Aug 21, 2025
744: Hikmaan Azaanaa Maali?

Gaafii: Azaana keessatti maali hikmaan jiru, sirriin agartee namni yeroo Azaanu qiiblatti garagaluu qabuuf yeroo hayyaal...

Aug 21, 2025
112: Intalti jaarasa jalaa baddee turtee dhufte akkam?

Gaaffii : intala takkatu amata sadi guutuu baddee eegasii ilmaan sadi fudhattee dhuftee nikaaha godhattee maal godhattee...

Aug 21, 2025
111: Dubartii dhalte mormatti waa kaayuun akkam?

Gaaffii: aadaa keenna biyyatti intalti tokko yoo isiin dhalte waan mormatti kaayantu jira. Worri gariin shirkiidha jedha...

Aug 21, 2025
734: Dhalaa Dhungachuun soomana balleessaa?

Gaafii: Biyyarraa turee biyya dhaqe. Intalti takka muslimas haa taatuu, kiristaanas haa taatuu ajnabidhaa. Waan addaan t...

Aug 21, 2025
821: Ilmi haadha heerumsiisuu ni dandayaa?

Gaafii: Bakka abbaan hin jirretti, takkaa abbaan addunyaa irraa yoo deeme, ilmi haadha isaa heerumsiisuu ni danda’aa? De...

Aug 21, 2025
111: Jaarsaa jaartii hiikkaan malee addaan turan akkam ?

Gaaffii: namni tokko jaartii isaatiin woliin adda bahee yeroo dheeraa hin hiiknellee akkasumatti turee hukmiin isii maal...

Aug 21, 2025
735: Kijibaan Qur’aana Qabatanii Kakatuun akkami?

Gaafii: Gaaf tokko nutiin kun osoma hojjannuu ijoollee hojjattootaa biyya alaa irraa dhuftee biyya arabaa keessa dalagdu...

Aug 21, 2025
112: Namni horii saahiba gowwoomsee iraa fudhatee sadaqaa s...

Gaaffii : namni horii saahiba isaa gowwoomsee horii isaa irraa dabarsee sadaqaa sadaqachuu barbaadaa?     &nbs...

Aug 21, 2025
108: Sagaggaalummaan hukmii shari’aatti akkami?

Gaaffii: namni tokko dhalaa hin heerumin haa tahuu yookaa dhiira hin fuudhin haa tahuu isaanummaan kunuu kan fuudhe taha...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 201 to 220 of 720 articles