112: Namni horii saahiba gowwoomsee iraa fudhatee sadaqaa sadaqachuu ni danda'aa?

Audio
Content
Gaaffii : namni horii saahiba isaa gowwoomsee horii isaa irraa dabarsee sadaqaa sadaqachuu barbaadaa?         Deebisaa: sadaqaan haraamaa hin taatu rabbiin waan chaafuu dhaaf waan haraamaa natti hin sadaqatinaa jedhee jira . Sadaqaa abbumatu sadaqata malee horii namaa nama jalaa fuudhanii hin sadaqatan obboleeyyan kiyya.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned