111: Dubartii dhalte mormatti waa kaayuun akkam?

Audio
Content
Gaaffii: aadaa keenna biyyatti intalti tokko yoo isiin dhalte waan mormatti kaayantu jira. Worri gariin shirkiidha jedhanii tuni hoo hukmiin isii maali ?           Deebisaa: yoo aadaa keessatti wonni itti kaayaniif sun shirkii taate shirkuma taatii of irraa dhiisuutu gaari . Waan ofitti tottolfatan kana barbaachisaa miti jechu waan akkasii ofitti kekkeeyyachuun   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned