110: Qur'aana gubuun akkam?

Audio
Content
Gaaffii : worri an bira dalagu quraana gubi naan jedhanii anilleen gubuu didee dirqiin na gubsiisanii maali hukmiin ?           Deebisaa: ulamaan irratti wolkhilaafanii jiran . Gariin gubuu jedha gariin awwaaluu woyya jedhan . Yoo quraanni kun itti taphatamee bakka ijoolleen irra ijjattuufi namni kopheen irra ijjatu taate gubanii sattaruun bareedaadha, yookaan awwaalanii sattaruun bareedaadha   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned