- Abbaa
- Nama abbaan bakka buufate
- Akaakoo
- Ilma (Yoo achi dura heerumtee ilma dardara qabaatte)
- Obboleessa
- Adeera/Abbeeraa
821: Ilmi haadha heerumsiisuu ni dandayaa?
Audio
Content
Gaafii: Bakka abbaan hin jirretti, takkaa abbaan addunyaa irraa yoo deeme, ilmi haadha isaa heerumsiisuu ni danda’aa? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, namni dhalaadhaaf rahima ta’u nama kudha tokko. Kudha tokko keessaa cimaan jajjabaan nama shani.
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned